Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miseensonni WBO kallattii hundaan gara wiirtuu qophaa’efitti imalaa jiru jedhame
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Waliigaltee nagaa waareessuu Mootummaa Naannoo Oromiyaafi qondaaltoota WBO waamicha nagaa hordofee Miseensonni WBO kallattii hundaan gara wiirtuu…
Fooramiin lammiilee paarlaamaa jalqabaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Dhimmoota biyyaalessaa fi Ardiirratti kan xiyyeeffate Fooramiin lammiilee paarlaamaa jalqabaa gaggeeffamaa jira.
Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota…
Guyyaan Sabaaf Sablammootaa 19ffaan sadarkaa naannoo Amaaraatti har’a Magaalaa Goondaritti kabajama
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Guyyaan Sabaaf Sablammootaa Itiyoophiyaa 19ffaan sadarkaa naannoo Amaaraatti har’a Magaalaa Goondaritti kabajama.
Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii…
Ayyaana sabaaf Sablammoota 19ffaa sababeeffachuun Fiigichi Daandiirra gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC)-Ayyaanaa sabaa fi sablammootaa Ummatoota Itiyoophiyaa 19ffaa sababeeffachuun fiigichi kiloomeetira 5 magaalaa Arbaa Mincitti gaggeeffameera.
Figichi Kun…
Komishinar Dammallaash Gabremikaa’eel Pireezidaantii Itti Aanaa Yuunivarsiitii Poolisii Ummataa…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)-Komishinarri Jeneraalaa Koomishinii Poolisii Federaalaa Dammalaash Gabremikaa’eel, Pireezidaantii Itti Aanaa Yuunivarsiitii Poolisii Ummataa Chaayinaa Paan…
Pireezidaanti Taayyeen xalayaa muudama Ambaasaaddarootaa simatan
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Xalayaa Ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa Itiyoophiyaatti muudamanii simataniiru.
Haaluma kanaan…
Ambaasaaddar Binnaalfi Andu’aalam fi Obbo Mahaammad Idiriis walharkaa fuudhiinsa hojii taasisan
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)- Ambaasaaddar Binnaalfi Andu’aalam fi Ministira Nageenyaa ta’uun kan muudaman Obbo Mahaammad Idiriis walharkaa fuudhiinsa hojii taasisaniiru.…
Seeftineetii misoomawaan wabii nyaataa mirkaneessuuf gumaachaa jira jedhame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)- Sagantaan Seeftineetii misoomawaa baadiyyaa wabii nyaataa lammiilee mirkaneessuuf tattaaffii taasifamuuf gumaacha taasisaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa…
Waliigaltee taasifame hordofee miseensonni WBO galaa jiraachuun himame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)-Waamicha Uummataa fi waliigaltee mootummaa fi WBO gidduutti mallatteeffame hordofee miseensonni WBO bosona turan nagaan galaa jiraachuun ibsame.
Haaluma…
Waliigaltee taasifame hordofee miseensonni WBO galaa jiraachuun himame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)-Waamicha Uummataa fi waliigaltee mootummaa fi WBO gidduutti mallatteeffame hordofee miseensonni WBO bosona turan nagaan galaa jiraachuun ibsame.…