Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gurmaa’insi caasaa gandaa rakkoolee hawaasaafi nageenyaa fure – Obbo Addisuu Araggaa
Finfinnee, Bitootessa 17, 2017(FMC) - Sadarkaa Pireezidaantii itti aanaatti Qindeessaan Kilaastera Baadiyyaa Oromiyaa Obbo Addisuu Araggaan Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada'aatti Ganda…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Naannoo Sidaamaatti Mana Barumsaa Ifa Boruu eebbisiisan
Finfinnee, Bitootessa 17, 2017 ( FMC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Naannoo Sidaamaatti Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Ifa Boruu eebbisiisan.
Manni…
Godina Shawaa Bahaatti manneen barnootaa idileen duraa 600 ol hirmaannaa ummataan ijaaraman
Finfinnee, Bitootessa 17, 2017(FMC) – Godina Shawaa Bahaatti manneen barnootaa idileen duraa 600 ol hirmaannaa ummataan ijaaramanii tajaajilaaf qophaa’uu Waajjirri Barnootaa Godinichaa…
Injiinar Taakkalaa Uumaan Itti gaafatamtoota Dhaabbata Tajaajila Loojistiksii Maarsik waliin…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2017 (FMC) – Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Waldaa Aksiyoonaa Baabura Itiyoo - Jibuutii Injiinar Taakkalaa Uumaa Itti gaafatamtoota Dhaabbata Tajaajila Loojistiksii…
Itiyoophiyaa fi Siwiidiin tumsa waloo cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 17, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Siwiidiin tumsa misoomaa fi hariiroo waloo caalmaatti guddisuuf waliigalaniiru.
Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Samariitaa…
Leenjitoonni Hokkora bittinneessaafi poolisii idilee nageenya cimsuuf gahumsa barbaadamu irratti…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2017 ( FMC)- Leenjitoonni Hokkora bittinneessaafi poolisii idilee naannoo Amaaraa qophaa’ummaa naannicharra darbee nageenya biyyaa eegsisuu dandeessisu irratti kan…
Itiyoophiyaan Marii 10ffaa karoora imaammata alaa BRICS irratti hirmaachuun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 16, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Marii 10ffaa karoora imaammata alaa BRICS Biraazilitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaateerti.
Waltajjicharratti Itiyoophiyaa dabalatee…
Korichi haala qabatamaa diinagdee biyya keessaa fi idil addunyaa gamaaggame
Finfinnee, Bitootessa 16, 2017 (FMC) –Koreen Imaammata Maallaqaa Baankii Biyyaalessaa haala qabatamaa diinagdee biyya keessaa fi idil addunyaa gamaaggameera.
Haaluma kanaan daballii…
Magaalaa Walqixxeetti Sagantaan Afxiraa gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 16, 2017 (FMC) –Naannoo Giddugalessa Itiyoophiyaa Magaalaa Walqixxeetti Sagantaan Afxiraa bakka Gorsaan Dhimmoota Hawaasummaa Ministira Muummee Daayiqoon Daani’eel…
Hojii yakka malaamaltummaa ittisuu hojmaata teeknooloojiin deeggaruun barbaachisaadha-Obbo Tamasgeen…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2017 (FMC) – Hojiin yakka malaamaltummaa ittisuu bu’a qabeessa akka ta’uuf hojmaata teeknooloojiin deeggarame ammayyessuun barbaachisaa ta'uu Ministirri Muummee…