Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee ajandaalee lamarratti murtoo dabarse
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee Walga’ii Idilee 8ffaa bara hojii 4ffaa taa’een ajandaalee lamarratti murtoo dabarseera.
Haaluma kanaan…
Pireezidaantiin Somaaliyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammad Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 38ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaanti Hasan Sheek…
Namni beelladota Birrii miiliyoona 1.5 olitti tilmaamaman saame hidhaa cimaa waggaa 20’n akka…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)-Namichi meeshaa waraanaan sodaachisuun beellaadoota Birrii miiliyoona 1.5 olitti tilmaamaman saame hidhaa cimaa waggaa 20’n akka adabamu Manni Murtii…
Xannachi kiloo giraama 12 ulfaatu wal’aansaan baafame
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Hospitaala Jalqabaa Hoolataatti Xannachi kiilo giraama 12 ulfaatu tajaajila baqaqsanii wal’aanuu haadhaa tokkoo keessaa baafame.
Xannachichi erga…
Pireezidaantii Itti Aantuun Ugaandaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantii Itti Aantuun Ugaandaa Jaasiikaa Aluuppoon Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarraatti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Jaasiikaa Aluuppoo…
Pireezidaantiin Giinii Bisaawu Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Giinii Bisaawu Umaaroo Siisookoo Embaaloon Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi Wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee…
Gadaan Booranaa baallii dabarsuuf jiru Sirna Dullacha Saphuphaa raawwate
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Gadaan Booranaa Marsaa Gadaa 72'ffaan baallii dabarsuuf jilarra jiru sirna Dullacha Saphuphaa raawwate.
Gadaan Booranaas barana haaroomsaa as marsaa…
Ministirri Muummee Mooriishiyas Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee Mooriishiyas Naaviinchaadiraa Raamgoolaam Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Naaviinchaadiraa…
Pireezidantiin Madagaaskaar Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Madagaaskaar Andirii Raajuuweeliinaa Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi Wayita…
Pireezidaantiin Taanzaaniyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Taanzaaniyaa Saamiyaa Suluuhuun Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 38ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaanti Saamiyaa Suluuhuun…