Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaantiin Zaambiyaa Finfinnee dhufan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Zaambiyaa Hakaayindee Hiicheeleemaan Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi…
Pireezidaantiin Riippaablika Koongoo Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Riippaablika Koongoo Deeniis Saasoo Niguuweesoon Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Pireezidaantiin Seeneegaal Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Seeneegaal Baasiiruu Diiyoomaayyee Faayyeen Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Pireezidaantiin Ikkuwaatooriyaal Giinii Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Ikkuwaatooriyaal Giinii Obiiyaang Nuugeemiyaa Baasoongoon Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan gita isaanii Soomaaliyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan gita isaanii Soomaaliyaa Alii Mohaammad Oomaar waliin mari'ataniiru.
Hariiroon…
Giiftii Dureen Naayijeeriyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Giiftii Dureen Naayijeeriyaa Ooluureemii Tiinuubbuun Finfinnee galaniiru.
Giiftii dureettiin wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan…
Pireezidaantiin Angoolaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Angoolaa Zyaawoo Maanu'eel Goonsaalvees Looreensi Yaa'ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Jimmaatti boba’aan seeraan ala gurguramaa ture to’atame
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)-Magaalaa Jimmaatti namoonni seeraan alaa jaarkaanii fi qaruuraa pilaastikaan boba’aa beenzilaa seeraan ala mana jireenyaa fi suuqii kireefachuun gatii…
Aadaa fi Duudhaa ummata Oromoo guddisuuf haaromsa barbaachisa-Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Aadaa fi Duudhaa ummata Oromoo guddisuufi cimsuuf haaromsi barbaachisaa ta’uu Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin…
Dooktar Abiy Ahimad Jeneraalota Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jeneraalota hoggantota Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa…