Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan Walga’ii Hoggantoota Olaanoo Inarjii BRICS irratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Walga’ii Hoggantoota Olaanoo Inarjii BRICS Biraaziil Biraaziliyaatti gaggeeffamaa jiru irratti hirmaachaa jiraachuun ibsame.
Tumsa…
Manni Maree Naannoo Hararii dhimmoota garaagaraarratti murtoo dabarse
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Hararii walga’ii idilee gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mar’achuun murtoo dabarseera.
Manni marichaa wixinee danbii…
Feestivaalli Aartiifi Aadaa Baha Afrikaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Feestivaalli Aartiifi Aadaa Baha Afrikaa 2ffaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Feestivaalichi qopheessummaa Ministeera Aadaafi Ispoortiin mata…
Magaalaa Roobeetti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) –Bulchiinsa Magaalaa Roobeetti balaa tiraafikaa guyyaa har’aa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbuu ibsame.
Konkolaataan deddeebisa Uummataa aanaa…
Jilli Dooktar Kaasaahuun Goofeen durfamu dhaabbilee deeggartoota misoomaa waliin mari’ate
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Jilli Ministira Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasaahuun Goofeen durfamu dhaabbilee deeggartoota misoomaa waliin…
Jilli Obbo Namarraa Buliin durfamu godina Jimmaa aanaa Dedootti waajjira gurmaa’insa gandaa…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Jilli itti gaafatamaa Damee Siyaasaafi Ijaarsa Dandeettii Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa obbo Namarraa Buliin durfamu Godina Jimmaa aanaa Dedootti…
Lammiileen Itiyoophiyaa karaa seeraan alaa godaanaa turan 65 Jibuutiirraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa karaa seeraan alaa godaanaa turan 65 Jibuutiirraa gara biyyaa deebi’uu Embaasiin Itiyoophiyaa Jibuutiitti argamu ibseera.…
Dhimmi Galaana Diimaa Itiyoophiyaaf dhimma Birmadummaati – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Dhimmi Galaana Diimaa Itiyoophiyaaf dhimma Birmadummaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Itiyoophiyaan karra Galaanaa…
Qaamoleen hidhatanii bakkeewwan garaagaraa keessa socho’an Barnootarratti gufuu ta’aniiru- Dooktar…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Qaamoleen hidhatanii bakkeewwan garaagaraa keessa socho’an Barnootarratti gufuu ta’uu Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Mootummaan…
Itiyoophiyaan Galaana Diimaaf jettee biyya kamuu hin weerartu- Dooktar Abiyyi Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Galaana Diimaaf jettee biyya kamuu weeraruuf fedha akka hinqabne ibsa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataaf kennaniin hubachiisan.…