Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waggaa 89ffaan hundeeffama Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC)- Waggaa 89ffaan hundeeffama Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira.
Haaluma kanaan fooramiin Humna Qilleensaa Afrikaa…
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa dabalataan torbeen guyyaa sadi gara Roomitti balallii eegaluuf
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) –Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Sadaasa 22, 2017 eegalee torbeen guyyoota dabalataa sadi gara Roomitti balallii eegaluuf ta'uu beeksiseera.
Dhaabbatichi…
Oomishni Bunaa Afrikaa dorgomaa akka ta’u Itiyoophiyaan qooda ishee ni baati – Dooktar…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) –Oomishni Bunaa Afrikaa rakkoolee jiran dandamachuun dorgomaa akka ta'u Itiyoophiyaan qooda ishee kan baatu ta'uu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar…
Ministirroonni Yaa’ii Nageenyaa Afrikaarratti hirmaatan Poolisii Federaalaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Ministirroonni Yaa'ii Nageenyaa Ardii Afrikaarratti hirmaatan Waajjira Muummee Poolisii Federaalaa Itiyoophiyaa daawwataniiru.
Dhaabbatichi bara…
Tajaajilichi Marsariitii yaa’insa odeeffannoo diijitaalaa cimaa uumuuf dandeessisu misoomsuu…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) –Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa haala waqtaawaa biyyaalessaa fi idil addunyaa tilmaama keessa galchuun Marsariitii yaa'insa odeeffannoo diijitaalaa…
Itiyoophiyaa fi Keeniyaan tumsa damee waraanaan qaban caalmaatti cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan gita isaanii Keeniyaa Jeneraal Charlas Kaahariiri waliin mari'ataniiru.…
Damee dippiloomaasii Idil Addunyaa keessatti gaheen Dubartootaa caalmaatti cimuu qaba- Ambaasaaddar…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Damee dippiloomaasii Idil Addunyaa keessatti gaheen Dubartootaa caalmaatti cimuu qaba jedhan Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar…
Mootummaan naannoo Oromiyaa diinagdee biyyaa utubuuf qonna ammayyeessaa jira – Obbo Addisuu Araggaa
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa Badhaadhina biyyaa mirkaneessuuf qonna ammayyeessaa jiraachuu sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaan Kilaastera…
Pireezidaantummaan Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaaf dursuuf namoonni kaadhimaman ifooman
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Waggoottaan arfan itti aanaaniif Pireezidaantummaan Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaaf dursuuf namoonni kaadhimaman ifoomaniiru.
Haaluma kanaan…
Guyyaa sabaaf sablammootaa 19ffaa sababeeffachuun magaalaa Ambootti Baazaarii fi Argisiifni baname
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Guyyaa sabaaf sablammootaa 19ffaa akka naannoo Oromiyaatti Sadaasa 22, 2017 kabajamu sababeeffachuun magaalaa Ambootti Baazaarii fi Argisiifni banameera.…