Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miseensonni Mana Maree BBU Ministira Muummeef gaaffii dhiyeessaa jiru
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017(FMC) – Manni Maree Bakkabu’oota Uummataa Ministira Muumeef gaaffilee adda addaa dhiyeessaa jiru
Gaaffilee kanneen keessaa:
Rakkoolee siyaasaa karaa…
Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi Ahimad har’a Mana Marichaaf ibsaa fi deebii ni kennu
Finfinnee, Bitootesaa 11, 2017(FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi Ahimad har'a Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf ibsaa fi deebii akka kennan beekameera.
Dooktar Abiyyi raawwii karoora…
Walga’iin garee maree miseensummaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa 5ffaan xumurame
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) – Walga’iin miseensota garee hojii maree miseensummaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa 5ffaan Jeeneevaatti gaggeeffamaa ture xumuramuu Ministirri Ministeera…
Galmoota guguddoo imala Badhaadhinaa saffisiisuuf qindoominni seektaraalee murteessaadha –Aadde…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) –Galmoota guguddoo Karoora imala Badhaadhinaa mootummaan qabatee hojjechaa jiru saffisiisuuf qindoominni seektaraalee murteessaa ta’uu Afyaa’iin Caffee…
Minstiroonni biyyoota Baha Afrikaa adda addaa Finfinnee galan.
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017(FMC) – Minstiroonni biyyoota Sudaan Kibbaa, Tanzaaniyaa, Ruwaandaa fi Yugaandaa Feestiivaala Aadaa fi Aartii 2ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Ambaasaaddar Dammituu Hambisaan Hoggantoota olaanoo Fandii Misooma Qonnaa idil Addunyaa waliin…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) – Xaaliyaanitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Dammituu Hambisaan Pireezidaantii itti aanaa fi hogganaa Damee Faayinaasii Fandii Misooma…
Obbo Awwaluu Abdiin Aanaa Noonnootti Inisheetiivii Misooma Muuzii fi qamadii Bonaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) –Pireezidaantii itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin, Godina Shawaa Lixaa Aanaa Noonnootti inisheetiivii misooma Muuzii fi…
Obbo Eeliyaas Kadiir Aanaalee Gumbii Bordoddee fi Cirootti hojii misooma sululaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) –Hogganaa itti aanaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa obbo Eeliyaas kadiir Godina Harargee Lixaa Aanaalee Gumbii Bordoddee fi Cirootti hojiiwwan Eegumsa Biyyee fi…
JICA’n tumsa misoomaa Itiyoophiyaa waliin qabu cimsee akka itti fufu beeksise
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017(FMC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Pirezidaantii Itti Aanaa Ejensii Tumsa Idil-addunyaa Jaappaan(JICA) Andoo…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa fi Daandiin Qilleensaa Itihaad tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa fi Daandiin Qilleensaa Itihaad dhimmoota tumsaan hojjechuuf dandeessisanirratti har’a Finfinneetti waliigaltee…