Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministiroonni Dhimma Alaa Taanzaaniyaa, Morokoo, Zimbaabuwee, Ijipti Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017 (FMC)- Ministiroonni Dhimma Alaa Taanzaaniyaa, Morookoo, Zimbaabuwee, Ijipti Finfinnee galaniiru.
Ministiroonni kunneen walga’ii idilee 46ffaa Mana Maree…
Qaamolee Eeyyamaan ala Finfinnee fi naannawaasheetti Dirooniin Suuraa kaasanirratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017 (FMC)- Qaamolee eeyyamaan ala Finfinnee fi naannawaasheetti Dirooniin Suuraa kaasanirratti tarkaanfiin fudhatamaa jiraachuu Tajaajjilli Nageenya Odeeffannoo…
Qormaatilee Idil Addunyaa dandamachuuf tokkummaan Afrikummaa cimsuu qabna-Dooktar Geediyoon…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017 (FMC)- Qormaatilee Idil Addunyaa damee hedduu mudataa jiran dandamachuuf tokkummaa Afrikummaa cimsinee itti fufsiisuu qabna jechuun Ministirri Ministeera…
Riifoormiin dhaabbatummaa gamtichaa jijjirama bu’uuraa haala fiduun gaggeeffamaa jira-Muusaa Faakii…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017 (FMC)- Riifoormiin dhaabbatummaa gamtichaa jijjirama bu’uuraa haala fiduun gaggeeffamaa jiraachuu Dura Ta’aan Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat ibsan.…
Milkaa’nni misooma qamadii Itiyoophiyaa Afrikaan nyaatan akka of dandeessu kan barsiisudha-Pir.…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017 (FMC)- Milkaa'inni Itiyoophiyaan gama misooma qamadiin galmeessite Afrikaan nyaataan akka of dandeessu agarsiistuu tokko ta'uu Pireezidaantiin FDRI Taayyee…
Rifoormii Diinagdee Gooroo hojiirra ooleen gabaan Itiyoophiyaa Afrikaanotaaf banaa ta’eera-Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017 (FMC)-Itiyoophiyaan rifoormii diinagdee gooroo jijjiiramaa as hojiirra oolchiteen gabaa ishee Afrikaanotaaf banaa taasisuu Ministirri Ministeera Daldalaa fi…
Walga’ii idilee 46ffaan Mana Maree Hojii Raawwachiistuu Gamtaa Afrikaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017 (FMC)-Walga’ii idilee 46ffaan Mana Maree Hojii Raawwachiistuu Gamtaa Afriikaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Walga’icharratti…
Manni Maree Naannoo Afaar walga’ii idilee 7ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017 (FMC)- Manni Maree Naannoo Afaar walga'ii idilee 7ffaa bara hojii 6ffaa, waggaa 4ffaa, magaalaa Samaraatti gaggeessuu eegaleera.
Afyaa’iin Mana Maree…
Walga’ii idilee 46ffaan Mana Maree Hojii Raawwachiistuu Gamtaa Afrikaa har’a eegala
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017 (FMC)-Walga’ii idilee 46ffaan Mana Maree Hojii Raawwachiistuu Gamtaa Afrikaa har’a Finfinneetti ni eegala.
Walga’icharratti Ministiroonni dhimma alaa…
Dabira Birhanitti balaa ibiddaa Garaajiirratti mudateen konkolaattoonni 13 gubatan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017 (FMC)- Balaa ibiddaa Magaalaa Dabira Birhan Gaaraajji tokkotti mudateen konkolaattoonni 13 gubachuun ibsame.
Balichi halkan eda sa’aatii 10:30 tti mudachuu…