Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa magaalota 7 keessatti Misoomni Koriidarii hojjetamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa magaalota 7 keessatti Misoomni Koriidarii boqonnaa lamaan hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Ministira Muummee…
Ministiroonni Dhimma Alaa biyyoota Afrika garaagaraa Finfinnee gala jiru
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Walga’ii idilee 46ffaa Mana Maree Hojii Raawwachiistuu Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Ministiroonni Dhimma Alaa biyyoota Afrikaa garaagaraa Finfinnee…
Ministirri Dhimma Alaa Gaambiyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Walga’ii idilee 46ffaa Mana Maree Hojii Raawwachiistuu Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Ministirri Dhimma Alaa Gaambiyaa Dooktar Maamaadoo Taangaaraan…
Ministir Deetaan Dhimma Alaa fi Walta’iinsa Idil Addunyaa Somaaliyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Ministir Deetaan Dhimma Alaa fi Walta'iinsa Idil Addunyaa Somaaliyaa Alii Mohaammad Omar walga’ii idilee 46ffa Mana Maree Hojii Raawwachiistuu Gamtaa…
Ministirri Dhimma Alaa Burundii Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Ministirri Dhimma Alaa Burundii Alberti Shinguroon walga’ii idilee 46ffa Mana Maree Hojii Raawwachiistuu Gamtichaarratti hirmaachuuf Finfinnee…
Humni addaa farra shororkeessummaa dirqama isaa ga’umsaan raawwachuu danda’u ijaarameera-L/J Shuumaa…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Humni addaa farra shororkeessummaa homaan osoo hindaangeffamin dirqama isaa ga’umsa olaanaan raawwachuu danda’u ijaaruun akka danda'ame Ajajaan, Ajaja…
Ambaasaaddar Baacaa Dabaleen Pireezidaanti Keeniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Keeniyaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Baacaa Dabaleen Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waliin mari’ataniiru.
Ambaasaaddar Baacaan…
Ministirri Dhimma Alaa Aljeeriyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Aljeeriyaa Ahimad Attaaf Walga’ii Mana Maree Hoji Raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa 46ffaarratti hirmaachuuf…
Obbo Awwaluu Abdiin Zoonii Diinagdee Addaa Daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) –Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Zoonii Diinagdee Addaa daawwataniiru.
Daawwannaa isaaniin, ijaarsi…
Sagantaan Simannaa keessummoota Yaa’ii Gamtaa Afrikaa eegalame
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Sagantaan Simannaa keesummoota Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaa fi Walga’ii 46ffaa Hoji Raawwachiiftuu Gamtichaa, Walitti Qabduu Koree Biyyaalessaa fi…