Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Tigraayitti hojiin loltoota duraanii deebisanii dhaabuu eegalame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Naannoo Tigraayitti hojiin loltoota duraanii deebisanii dhaabuu eegalamuu Komishiniin Haaromsa Biyyaalessaa beeksise.
Komishinichi naannolee 7…
Lammiileen 104 Jibuutiirraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Jibuutiitti haala rakkisaa keessa turan 104 gara biyyaatti deebi’uu Embaasiin Itiyoophiyaa beeksise.
Embaasichi, Dhabata…
Beenishaanguul Gumuzitti hojiileen misoomaa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf hojjetamaa jiran…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hojiileen misoomaa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf hojjetamaa jiran kan jajjabeeffaman ta’uu Pireezidaantii Itti…
Cabiinsa siyaasaa fi yaadota duubatti hafoo sireessuun injifannoo olaanaan galmaa’eera- Aadde…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC)-Paartiin Badhaadhinaa cabiinsa siyaasaa mudatee fi yaadota duubatti hafoo sirreessuun injifannoo olaanaan galmaa’eera jedhan Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde…
Itiyoophiyaan yaa’ii misooma Ogummaa fi Barnoota Teeknikaa Addunyaarratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Mufariyaat Kamiil yaa’ii misooma Ogummaa fi Barnoota Teeknikaa Addunyaa Chaayinaa Tiyaanjiitti gaggeeffamaa…
Imala Waggoota 30 Faanaa tattaaffii cimaan
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC)-Faanaan Miidiyaa Adda Duree Wiirtuu yaada heddummataa, yaadannoo kaleessaa, tattaaffii har’aan boru kan mil’atudha.
Dhimmoota siyaasaa, diinagdee fi…
Hawaasni qulqullina aadaa taasifachuun yeroo mara qulqullina naannoo eeggachuu qaba –…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Hawaasni qulqullina aadaa taasifachuun yeroo mara qulqullina naannoo eeggachuu akka qabu Kantiibaa magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen ibsan.
Duulli…
Kallattiin fuulduraa Paartichaa kara hunda hirmaachiiseen Qabsoon hoggannudha-Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) –Kallattiin fuula duraa Paartii Badhaadhinaa haala Itti gaafatamummaa mirkaneessee fi hunda hirmaachiiseen qabsoon hoggannuudha jedhan Itti Aanaan…
Dhaabbatichi kaayyoo isaa itti fufiinsaan akka milkeessuuf nan hojjedha –Pireezidaanti Taayyee…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Boordii Hoji Raawwachiistu Badhaasa Qulqullinaa Itiyoophiyaa waliin mari’ataniiru.
Pireezidaanti…
Waajjirri paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Shaggar hundeeffama paartii badhaadhina waggaa 5ffaa…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) –Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee magaalaa Shaggar hundeeffama paartii badhaadhinaa waggaa 5ffaa ilaalchisuun ibsa Miidiyaaleef kenneera.
Ibsicha kan…