Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa badhaate ijaaruuf tokkummaa sabdaneessaa cimsuu qabna- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC )- Sadarkaa Ministira Muummeetti Hogganaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii obbo Adam Faaraah Itiyoophiyaa jabduufi badhaate ijaaruuf…
Marii Biyyaalessaa keessatti dargaggoonni gahee isaanii bahachaa jiru- Piroofeesar Masfin Ar’aayaa
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC )- Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa, marii biyyaalessaa keessatti hirmaannaan hawaasaa akka guddatuuf dargaggoonni gahee isaanii…
Godina Arsii Lixaatti duulli dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC)- Godina Arsii Lixaatti duulli dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa eegalameera.
Godinichatti guyyaa har'aa biqiltuun akaakuu garaagaraa kumni100 fi…
Qormaataa fi Da’umsa
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC) – Barattoota Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachurratti argaman keessaa shamarran lama qormaatarratti daa'ima ofkalan.
Barattoota qormaata…
Abbaan Alangaa Waliigalaa Godina Arsii tarkaanfii bulchiinsaan Birrii miiliyoona 900 kaaznaa…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017(FMC)- Abbaan Alangaa Waliigalaa Godina Arsii bara 2017 tarkaanfii bulchiinsaan Birrii miiliyoonni 900 kaaznaa mootummaatti deebi’e jedhe.
Waajjirri Abbaa…
Godina Jimmaatti Piroojektoonni kumni 1 fi 886 Birrii biiliyoonaa 5.5 hojjetaman – Bulchiinsa…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC) – Godina Jimmaatti Piroojektoonni kumni 1 fi 886 Birrii biiliyoonaa 5.5 hojjetaman tajaajilaa banaa ta’aa jiru jedhe Bulchiinsi godinichaa.
Godina…
Tika madaala uumamaaf falli jiru uumama araarfachuu qofa- MNO
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC )- Addunyaa qormaata jijjiirama qilleensaan muddamaa jirtuuf falli biqiltuu dhaabuu; kan dhaabames ofiif jecha kunuunsuun madaala uumamaa tiksuudha jedhe…
Gara ofiin of bulchuutti ce’uuf maddoota galii keessoo babal’isuurratti hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC) – Yuunivarsiitiin Salaalee gara ofiin of bulchuutti ce’uuf maddoota galii keessoo babal’isuurratti hojjechaan jira jedhe.
Humnaa fi leeccalloowwan…
Damee fayyaan teeknooloojiiwwan lubbuu baraaran guutuuf hojjetamaa jira- Obbo Tamsgeen Xurunaa
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan damee fayyaan teeknooloojiiwwan lubbuu baraaran guutuuf hojjetamaa jira jedhan.
Fooramiin…
Oromiyaatti dhaabbiin biqiltuu Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara 2017 boru eegala
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti dhaabbiin biqiltuu Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara 2017 guyyaa boru eegala jedhe Biiroon Qonnaa Naannichaa.
Hogganaan Biiroo…