Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Komishinara Nageenyaa fi Tasgabbii Siyaasaa Gamtaa Afrikaa waliin…
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)- Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Komishinara Nageenyaa fi Tasgabbii Siyaasaa Gamtaa Afrikaa Ambaasaddar Baankoolee Adi’ooyee waliin…
Israa’eel damee bishaanii fi inarjiirratti Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf fedhii qabachuu ibsite
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Injiinar Habtaamuu Ittafaan Ministira Bu’uuraalee Misoomaa fi Inarjii Israa’eel Alii Koohin waliin damee misooma…
Itiyoophiyaa fi Rippaablikiin Cheek Eegumsa Bineensoota Bosonaan waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaa fi Rippaablikiin Cheek dame Eegumsa fi Qorannoo Bineensoota Bosonaan waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan.
Rippaablika Cheekitti…
Dhaabbileen nageenyaa Itiyoophiyaa fi Keeniyaa hidhattoota Shaneerratti oppireeshinii qindaa’aa…
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)- Dhaabbileen nageenyaa fi tasgabbii Itiyoophiyaa fi Keeniyaa hidhattoota Shaneerratti oppireeshinii qindaa’aa gaggeessuu eegaluu Tajaajilli Nageenya…
Itiyoophiyaan Miseensa Mana Maree Bulchiinsa Giddugala Qorannoowwan Teeknooloojii Afrikaa taate
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan Miseensa Mana Maree Bulchiinsa Giddugala Qorannoowwan Teeknooloojii Afrikaa taate.
Yaa’iin Mana Maree Bulchiinsaa Giddugala Qorannoowwan…
Dooniiwwan Xaa’oo kuntaala miliyoona 1.1 fe’an buufata qaqqaban
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)-Dooniiwwan Xaa'oo kuntaala miiliyoona 1.1 fe'an Buufata Jibuutii qaqqabuu Koorporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Itiyoophiyaa beeksise.
Hanga Amajjii 27,…
Dhiibbaa dhibee beelladootaa hubachuun rakkocha furuu barbaachisa-Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)-Dhibeen beelladootaa dhiibbaa jireenya fayyaalessaa lammiileerratti qabu hubachuun rakkocha furuu akka barbaachisu Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo…
Raawwiin karoora kurmaana itti aanuu jijjiirama hiikoo qabu akka fiduuf miira itti gaafatamummaa…
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)-Raawwiin karoora kurmaana itti aanuu jijjiirama hiikoo qabu akka fiduf miira itti gaafatamummaa olaanan kallattii fulduraa kan itti qopheessinudha jedhan…
Xaa’oon uumamaa tooniin miiliyoonni 11 ol faayidaaf oolfame
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)- Xaa’oon uumamaa tooniin miiliyoonni 11 ol faayidaaf oolfamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Hoji Raawwachiisaa Dursaa Misoomaa Qabeenya Biyyee…
Aanaa Sabbaa Boruutti lubbuun namoota albuuda baasan 8 darbe
Finfinnee, Amajjii 27, 2017 (FMC)- Godina Gujii Aanaa Sabbaa Boruu Ganda Qanxichaatti namoota albuuda baasaa turanirratti lafti sigigachuun lubbuun namoota 8 darbe.
Taatechi kaleessa…