Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan kenniinsa qormaata eebbaan boodaa biyyaalessaa dheereffame
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Guyyaan kenniinsa qormaata eebbaan boodaa biyyaalessaa (NGAT) marsaa 3ffaan gara Bitootessa 12, 2017’tti dheereffamuu Ministeerri Barnootaa beeksise.…
Aadde Muufariyaat Kaamiil Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Kooriyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa Aadde Muufariyaat Kaamiil Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Rippaabiliika Kooriyaa Ambaasaaddar Juung Kaang waliin…
Waldaan Yuunivarsiitiiwwan Konpirheensiivii hunda’e
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)- Waldaan Yuunivarsiitiiwwan Konpirheensiivii Yuunivarsiitiiwwan 21 keessatti hammataman hunda’uun ibsame.
Yaa’iin hundeeffama waldichaa Yunivarsiitii…
Itiyoophiyaan michuu murteessaa Gamtaa Awurooppaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan Afrikaa keessaa biyya michuu murteessaa Gamtaa Awurooppaa ta’uun itti fufuu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Gamtaa Awurooppaa Soofii Firoom…
Namoonni dhuunfaa fi Waldaaleen mana jireenyaa ashaaraa qubaa kennuu qabu – Bulchiinsa Magaalaa…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Namooti dhunfaas ta’e waldaaleen mannen jireenyaa ashaaraa qubaa kennuu akka qaban Bulchinsi Magaalaa Shaggar hubachiise.
Namootni dhuunfaas ta’e…
Obbo Awwaluu Abdiin Magaalaa Asallaatti hojiilee misoomaa Daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin hojiilee misoomaa magaalaa Asallaa daawwataniiru.
Hojiiwwaan misooma…
Dooktar Abiy Ahimad Godina Harargee Bahaatti misooma Qamadii Bonee daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Harargee Bahaatti misooma qamadii Bonee daawwataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa…
Dooktar Abiy Ahimad Godina Harargee Bahaatti hojii misooma sululaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimadiifi Pirezidaantiin MNO Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Harargee Bahaatti hojii misoomaa sululaa daawwatniiru.…
Tarsiimoon Galii Yeroo Giddugaleessaa ragga’uun karoora riifoormii diinagdee cimaaf murteessaadha-…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)-Manni Maree Ministirootaa Tarsiimoo Galii Yeroo Giddugaleessaa raggaasisuun karoora riifoormii diinagdee cimaaf murteessaa ta’uu Ministirri Ministeera…
Aadde Sa’aadaa Abdurhamaan Godina Booranaa Aanaa Goomoleetti Pirojektii Finnaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC)- Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurhamaan Godina Booranaa Aanaa Goomoleetti Pirojektii Finnaa daawwataniiru.
Mootummaan naannoo Oromiyaa…