Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hidhattoonni duraanii kumni 17 fi 400 ol hawaasatti makamaniiru-Komishinicha
Finfinnee, Amajjii 26, 2017 (FMC)-Baatiiwwan ja’an darban hidhattoonni duraanii kumni 17 fi 400 ol leenjii haaromsaa fudhachuun hawaasatti akka makaman taasifamuu Komishiniin Haaromsa…
Gaaffii Karra Galaanaa Itiyoophiyaa cimsuuf Yaa’iin Gamtaa Afrikaa carraa gaarii ta’uun akeekame
Finfinnee, Amajjii 26, 2017 (FMC)-Gaaffii karra Galaanaa Itiyoophiyaa cimsuuf Yaa’iin Gamtaa Afrikaa carraa gaarii ta’uu hayyoonni akeekan.
Hayyoonni turtii Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin…
Pireezidaanti Taayyeen ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Dooktar Abiy Ahimadii Pireezidaantii, Obbo Tamasgeen Xirunaa fi Obbo Adam Faaraahiin Pireezidaantoota tti Aanaa paartii Badhaadhinaa ta'uun filatamuu…
Filannoon miseensota mana maree Paartii Badhaadhinaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Filannoon miseensota mana maree Paartii Badhaadhinaa gaggeeffamaa jiraachuu Itti Gaafatamaan damee Hariiroo Ummataa fi Idil Addunyaa paartichaa Dooktar…
Imala guddina Itiyoophiyaa ni milkeessina – Obbo Tamasgeen Xirunaa
Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Imala guddina Itiyoophiyaa ni milkeessina jedhan Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Tamasgeen Xirunaan.
Paartiin Badhaadhinaa yaada…
Hawaasni Musiliimaa nageenya biyya isaa eeggachuu qaba – Sheek Hajii Ibraahiim Tufaa
Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Hawaasni Musiliimaa yeroo kamiiyyuu caalaa nageenya biyya isaa eeggachuu akka qabu Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa…
Har’a teeknooloojiin deeggaramnee filannoo Paartii Badhaadhinaa gaggeessineerra –…
Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Har'a teeknooloojiin deeggaramnee filannoo Paartii Badhaadhinaa gaggeessineerra jedhan Ministirri Muummee FDRI fi Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa…
Dooktar Alamuu Simee fi Obbo Ordiin Badiriin, Dooktar Abiy Ahimadiin baga gammaddan jedhan
Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa ta'uun filatamuu hordofee Pireezidaantiin Naannolee Hararii Obbo Ordiin Badirii fi Ministirri…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa ta’uun filataman
Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) -Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa ta'uun filatamaniiru.
Yaa'ii Idilee 2ffaan Paartii Badhaadhinaa oolmaasaa guyyaa 3ffaan Dooktar…
Dorgommiin xumuraa Qur’aanaafi Azaanaa idil addunyaa 2ffaan dorgomamaa jira
Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Dorgommiin xumuraa Qur'aanaafi Azaanaa idil addunyaa 2ffaan qopheessummaa Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaafi Waldaa Qur'aanaa Zayid Ibnuu…