Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Yaa’ii Daldalaa Afrikaa- Ameerikaa irratti hirmaachaa jiru
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Yaa’ii Daldalaa Afrikaa- Ameerikaa irratti hirmaachaa jiru.
Yaa’ichi bakka hoggantoonni biyyoota…
Xaa’oo uumamaa biyyoo gabbisuu fi oomisha olaanaa kennuu danda’u oomishaan jira – Yuunivarsiitii…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC) – Xaa’oo uumamaa (Kompoostii Raammoo) biyyoo gabbisuu fi oomisha olaanaa kennuu danda’u oomishaan jira jedhe Yuunivarsiitii Salaalee.
Gosoota Raammoo…
Doolaarri biiliyoonni 5 ol reemitaansiin gara Itiyoophiyaatti ergame
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Tajaajilli Diyaaspooraa Itiyoophiyaa baatiiwwan salgan darbanitti biyyoota alaarraa Doolaarri Biiliyoonni 5 fi miiliyoonni 100 gara Itiyoophiyaatti…
Fedhii dhiyeessii humnaa indaastiriiwwanii guutuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017 (FMC)- Humni Elektirikaa Itiyoophiyaa fedhii dhiyeessii humnaa indaastiriiwwan oomishaa guutuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe.
Hogganaan Hariiroo…
Gaaffiin mirgaa ogeeyyii yaala fayyaa qaamolee siyaasaan butamuun sirrii miti – Dooktar Abiy…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017 (FMC) – Gaaffiin mirgaa ogeeyyii yaala fayyaa daldaltoota siyaasaan butamuun sirrii miti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad
Ministirri…
Pireezidaanti Taayyeen Angoolaa galan
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen yaa'ii Biiznasii Afrikaa fi Ameerikaa irratti hirmaachuu magaalaa guddoo Angoolaa Luwaandaa galan.…
Barattuu A+ 37 fiduun Waancaa lamaan eebbifamte Fatihaa Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017 (FMC) – Barattuu A+ 37 fiduun Waancaa lamaan Yuunivarsiitii Dabrabirhaan irraa eebbifamte Fatihaa Ahimad.
Yuunivarsiitiin Dabrabirhaan barattoota kuma 1 fi…
Hospitaalli Hundagaleessi Addaa Yuunivarsiitii Salaalee tajaajila yaala fayyaa kennaa jirutti…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017 (FMC) –Hospitaalli Hundagaleessi Addaa Yuunivarsiitii Salaalee tajaajila yaala fayyaa kennaa jirutti gammanneerra jedhan hawaasni hospitaalicharraa tajaajila…
Bara dhufu damee ogummaafi teeknikaan barnoota digirii 3ffaa kennuuf qophiin xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017(FMC)- Bara dhufu irraa eegalee damee ogummaafi teeknikaan barnoota digirii 3ffaa( Leevelii 8ffaa) kennuuf qophiin xumurameera jedhan Ministirri Ministeera…
Yuuniivarsiitiiwwan garaagaraa barattoota ogummaa addaa addaan barsiisaa turan eebbisiisan
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017(FMC)- Yuuniivarsiitiiwwan garaagaraa barattoota ogummaa addaa addaan barsiisaa turan guyyaa har’aa eebbisiisaniiru.
Yuuniivarsiitiin Dabra Birhaan…