Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Rakkoolee kamuu mariin furuun biyya cimtuu ijaaruuf gargaara- Mana Marichaa
Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Rakkoolee kamuu mariin furuun biyya cimtuu ijaaruuf gargaara jechuun Mana Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Naannoo Oromiyaa ibse.
Manni marichaa, marii…
Mootummaan Itiyoophiyaa Pireezidaantii Haaraa Somaaliilaandiif ergaa baga gammadanii dabarse
Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Mootummaan Itiyoophiyaa Pireezidaantii Haaraa Somaaliilaandii ta’uun kan Filataman Pireezidaanti Abdirrahmaan Mohaammad Abdillaahiin ergaa baga gammadanii…
Itiyoo Teelekoom tajaajila maxxansaa waraqa eenyummaa dijitaalaa eegale
Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Itiyoo Teelekoom tajaajila maxxansa waraqaa eenyummaa dijitaalaa eegaluu beeksise.
Tajaajilicha argachuufis maammiltoonni gaaffii maxxansa warqaa…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 300 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Meeshaaleen kotiroobaandii Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 55’tti tilmaaman to’atamuu Komishiniin Gumurukaa beeksise.
Koomishinichi hordoffii fi…
Naannoo Oromiyaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf xiyyeeffanaan hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa Naannichaa beeksise.
Hogganaa…
Manni Maree Finfinnee Muudamoota raggaasise
Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Muudamoota dhiyaatan raggaasiseera.
Haaluma kanaan:
Injinar Wandimmuu Seetaa-Sadarkaa Kantiibaa Itti…
Manni Maree Finfinnee Muudamoota raggaasise
Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Muudamoota dhiyaatan raggaasiseera.
Haaluma kanaan:
Injinar Wandimmuu Seetaa-Sadarkaa Kantiibaa Itti…
Waa’ee Daldala Markaatoo fi Nagahee kennuurratti Aadde Adaanech maal jedhan?
Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaala Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen har’a Mana Maree Bulchiinsa Magaalichaaf dhimma gibira kaffaluu fi wayita bittaa fi…
Waggoottan 6’n darban guddinni akeektuuwwan diinagdee gooroo mul’ateera-Dooktar Fitsum Asaffaa
Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Waggoottan 6’n darban tarkaanfiiwwan fooyyessii diinagdee fudhatama jiraniin guddinni akeektuuwwan diinagdee gooroo mul’ataniiru jedhan Ministirri…
Paartiin Badhaadhinaa gamaaggama raawwii kurmaana jalqabaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa gamaaggama raawwii karoora kurmaana jalqabaa bara 2017 Magaalaa Asoosaatti gaggeessuu eegaleera.
Gamaaggamicharratti Itti Aanaa…