Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hawaasni maallaqa sobaan akka hin gowwoomfamne of eeggannoo gochuu qaba jedhame
Finfinnee, Ebla 9, 2017 (FMC)- Wayita biittaafi gurgurtaa raawwatu hawaasni maallaqa sobaan akka hin gowwoomfamne of eeggannoo gochuu akka qabu Poolisiin Magaalaa Finfinnee hubachiise.…
Misoomni koriidarii naannichatti geggeeffamu misoomni haqaan lammiilee akka walga’uuf gargaara…
Finfinnee, ebla 9,2017(FMC)- Misoomni koriidarii magaalotaa Naannoo Oromiyaatti geggeeffamaa jiru misoomni haqaan uummata akka walga’u carraa kan uume ta’uu Biiroon Misooma Magaalaa fi…
Sababoonni walitti bu’iinsaa tokkummaa laaffisuu danda’an furamuu qabu jedhame
Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) – Ministeerri Nageenyaa raawwii karoora hojii baatiwwan saglan darbanii qorateera.
Dandeettii Riifoormii dhaabbatummaa guddisuun nageenya waaressuu, seenessa…
Xiyyaarri Pireezidaantii duraanii Itiyoophiyaa Mangistuu Hayilamaariyaam suphamuun tajaajilaaf oole
Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) – Xiyyaarri Pireezidaantii duraanii Itiyoophiyaa Mangistuu Hayilamaariyaam suphamuun irra deebiin tajaajilaaf ooluu ibsameera.
Xiyyaarichi bakka gatamee…
Fooramiin Biizinasii Itiyoo – Paakiistaan dhaabbilee 100 ol hirmaachise taa’ame
Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) – Fooramiin Biizinasii Itiyoo – Paakiistaan dhaabbilee 100 ol hirmaachise Raawaalpiindiitti taa’ameera.
Fooramicha Paakistaanitti Embaasiin Itiyoophiyaa,…
Qabeenya Uumamaa caalmaatti beeksisuun fayyadamumama damichaa guddisuun barbaachisadha jedhame
Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) –Qabeenya Uumamaa caalmaatti beeksisuun fayyadamumama damichaa itti fufsisuun barbaachisaa ta’uu Ministeerri Tuurizimii beeksise.
Ministirri Ministeera…
Faanaa miidiyaa Korpooreshinii fi Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo waliin hojjechuuf mari’atan
Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) – Faanaa Miidiyaa Korpooreshinii fi Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo haala waliin hojjechuu danda’anirratti mari’atan.
Hoji-raawwachisaa Olaanaan Faanaa…
Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa Piroojektii Ismaartii Siitii Hanooy daawwatan
Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Piroojektii Magaalaa Ammayyaa ‘Ismaartii Siitii’ Veetnaam magaalaa Hanooy daawwataniiru.
Kunis hojii misooma…
Itiyoophiyaan dameelee hundaan bu’aa galmeessisaa jirti-Dooktar Fitsum Asaffaa
Finfinnee, Ebla 8,2017(FMC) – Itiyoophiyaan dameelee hundaan bu’aalee ciccimoo galmeessisaa jirti jedhan Ministirri Karooraa fi Misooomaa Dooktra Fitsum Asaffaan.
Raawwii karoora…
Hawaasa eeggatummaarraa bilisa ta’e horachuuf hundi itti gaafatamummaan hojjechuu qaba – Aadde…
Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) – Hawaasa eeggatummaarraa bilisa ta’e horachuufi jijjiirama yeroon barbaadu dhugoomsuuf hundi itti gaafatamummaan hojjechuu akka qabu Ministirri Magaalaa fi…