Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan gumaacha nagaa fi tasgabbiif taasistu cimsitee akka itti fuftu ibsite
Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan Naannawaa Afrikaa Bahaattis ta’e sadarkaa Idil Addunyatti gumaacha nageenyaa fi tasgabbiif taasistu cimsitee akka itti fuftu ibsite.…
Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Qorannoo fi Qo’annoo Fooransikii eebbisisan
Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Qorannoo fi Qo’annoo Fooransikii Poolisii Federaalaa eebbisiisaniiru.
Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Hojii Kaadaastera lafaarratti komiin ka’u maali?
Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC) – Magaalaa Shaggaritti hojiin Kaadaastera Lafaa madda malaammaltummaa hamaa ta’eera jedhamuun komiin bal’inaan ka’aa jira.
Faanaa Biroodkaastiingi…
Mariin biyyaalessaa lammiileen Itiyoophiyaa hundi yoo irratti hirmaatan milkaa’a-Komishinicha
Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Mariin biyyaalessaa lammiileen Itiyoophiyaa hundi yoo irratti hirmaatan milkaa’a jedhe Komishiniin Marii Biyyaalessa.
Komishinichi Dhaabbilee Barnoota…
Guddina Itiyoophiyaaf karoorri bu’uura kaa’an hojirra oolaa jiru –TKM
Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Guddina Itiyoophiyaaf karoorri bu’uura kaa’an hojirra oolaa jirachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.
Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii…
Kitaabni Seenaa Oromoo Harargeerratti xiyyeeffate Eebbifame
Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Kitaabni Seenaa Oromoo Harargeerratti xiyyeeffate eebbifameera.
Saganticharratti Af-yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan,Af-yaa'ii Naannoo…
Obbo Awwaluu Abdiin Jirattoota Aanaa Waacaalee waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin jirattoota Aanaa Waacaalee waliin mari’ataniiru.
Mariin isaanii dhimmoota…
Daandichi badhaasa “Daandii Xiyyaaraa Filatamaa Afrikaa” injifate
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa damee imaltoota bizinasiin badhaasa "Daandii Xiyyaaraa filatamaa Afrikaa” 2024 injifateera.
Badhaasichaas walitti…
Hojjettoonni Waajjira Ministira Muummee Dhiiga Arjooman
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Hojjettoonni Waajjira Ministira Muummee Dhiiga Arjoomaniiru.
dhiiga arjoomuun lubbuu baraaruu ta’uu ibsuun, hawaasni aadaa dhiiga arjoomuu…
Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Hojiilee Misoomaa Magaalaa Baahir Daar daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) -Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Hojiilee misoomaa magaalaa Baahir Daaritti hojjetamaa jiran daawwataniiru.…