Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Geetaachoo Raddaan Ministira Gorsaa Dhimmoota Baha Afrikaa Ministira Muummee ta’uun muudaman
Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy obbo Geetaachoo Raddaa Ministira Gorsaa Dhimmoota Baha Afrikaa taasisuun muudaniiru.
Dooktar Alamuu Simeefi Aadde Adaanech Abeebeen adeemsa ijaarsa buufata konkolaataa Moodela…
Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii fi Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen adeemsa ijaarsa buufata konkolaataa Moodela Qaallittii…
Pireezidaantiin Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay hojii eegalan
Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Pireezidaantii Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay ta'uun kan moggaafaman Leetanaal Jeneraal Taaddasaa Waarradaan hojii eegalaniiru.
Kaabineen bulchinsa…
Magaalichatti namoonni gurmuun hawaasa saamuun shakkaman to’ataman
Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Oppireeshinii qinda'aa gaggeeffameen namoonni gurmuun hawaasa saamuun shakkaman to'atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise.…
Gurmaa’insa Gandaa cimsuun fayyadamumnaa uummataa mirkaneessuuf gahee olaanaa qaba – Obbo…
Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Gurmaa’insa Gandaa cimsuun fayyadamumnaa uummataa mirkaneessuuf gahee olaanaa qabaachuu Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa obbo…
Cabiinsa barnootaa suphuuf barsiisonni gahee olaanaa bahachaa jiru- Piroofeesar Birhaanuu Naggaa
Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Hojii cabiinsa damee barnootaa suphuuf hojjetamaa jiru keessatti barsiisonni gahee olaanaa bahachaa jiraachuu Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar…
Sirni bulchiinsa geejjiba fe’umsaa qindaa’aan eebbifame
Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii Sirna bulchiinsa geejjiba fe’umsaa qindaa’aa eebbisiise.
Sirnichi tumsa Inistiitiyuutii Artifishaal Intelejensiin kan…
Meeksiikoon Itiyoophiyaa waliin ce’umsa teeknooloojiirratti tumsaan kan hojjettu ta’uu ibsite
Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Meeksiikoon qonna ammayyeessuufi ce’umsa teeknooloojiirratti Itiyoophiyaa waliin tumsaan hojjechuuf qophii ta’uu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri biyyattii…
Guyyoottan kurnan itti aanaan haalli qilleensaa uumamuu roobaaf sababa ta’u cimee itti fufa
Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Guyyoottan kurnan itti aanaan haalli qilleensaa uumamuu roobaaf sababa ta'u cimee kan itti fufu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Gahee dubartoonniifi dargaggoonni ijaarsa nageenyaa keessatti qaban cimsuuf hojjetamaa jira- Dooktar…
Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Gahee dubartoonni, dargaggoonniifi kutaaleen hawaasaa saaxilamoon ijaarsa nageenya biyyaa keessatti qaban cimsuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu…