Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu Ruwaandaa Kiigaalitti hojiilee misooma Daawwate
Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)-Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu Ruwaandaa Magaalaa Kiigaaliitti argamuun waltajjii muuxannoo waljijjiirra…
Pireezidaanti Hasan Sheek Mohaammud Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)-. Pireezdaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammud daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Hasan Sheek Mohaammud wayita buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa…
Wabii nyaataa Afrikaa mirkaneessuuf tattaaffiin waloo barbaachiisa –Pireezidaanti Taayyee
Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)- wabii nyaataa fi guddina Afrikaa mirkaneessuuf tattaaffiin waloo kan barbaachiisu ta’uu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqaasillaaseen ibsan.…
Hojii eegumsaa fi kunuunsa qabeenya uumamaa bara kanaatiin sululoota kuma 6 ol misoomsuuf kan…
Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)- Hojii eegumsaa fi kunuunsa qabeenya uumamaa bara kanaatiin sululoota kuma 6 ol misoomsuuf kan hojjetamu ta’uu Biiroon Qonna Oromiyaa ibse.
Biiroon Qonnaa…
Pireezidaanti Taayyeen walga’ii Ariifachiisaa Sagantaa Misooma qonna hundagalessa…
Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen walga'ii Ariifachiisaa Sagantaa Misooma Qonna Hundagalessa Afrikaarratti hirmaachaa jiraachuun ibsame.…
Gabaan Kaappitaalaa damee jireeyaa lammiilee jijjiiru akka ta’uuf xiyyeeffannaan kan hojjetamu…
Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)- Gabaan Kaappitaalaa damee diinagdee waliigalaa Itiyoophiyaa tumsuu fi jireenya lammiilee jijjiiru akka ta’uuf xiyyeeffannaan kan hojjetamu ta’uu Abbaan…
Miseensonni Poolisii eebbifaman qajeelummaan ummata tajaajiluu qabu jedhame
Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)-Miseensonni Poolisii eebbifaman naamusa ogummaa fi qajeelummaan ummata magaalattii tajaajiluu akka qaban Kantiibaan Bulchiinsaa Magaalaa Finfinnee Aadde…
Nageenya saayibarii fi dameewwan walqabataniin barattoonni kennaa addaa leenji’aa turan eebbifaman
Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)-Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo barattootaa kennaa addaa qaban nageenya saayibarii fi dameewwan walqabatan irratti marsaa 3ffaaf leenjisaa ture 237…
Qilleensaarraa Humna Elektirikii Sa’aatii Giiggaa Waattii 353 ol maddisiisuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 3, 2017 (FMC)-Baatiiwwan ja’an darban maddeen anniisaa qilleensaa afurirraa humna elektrikii sa’aatii Giiggaa Waattii 353.41 maddisiisuun akka danda’ame Humni Elektirikii…
Sirni Awwaalchaa Obbo Bulchaa Dammaqsaa Dilbata dhufu raawwatama
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) –Sirni Awwaalchaa gameessa Siyaasaa fi ogeessa Diinagdee Obbo Bulchaa Dammaqsaa Dilbata dhufu kan raawwatamu ta'uu ibsameera.
Dilbata ganama sa'aatii 3:00…