Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan Sudaan kibbaaf deggersa barbaachisu akka kennitu mirkaneessite
Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Nagaa fi tasgabbiin Sudaan Kibbaa bu’aa biyyaalessaa Itiyoophiyaan waliqabataa waan ta’eef deggersa barbaachisu akka kennitu Itiyoophiyaan beeksisteetti.…
Sagantaa Ashaaraa Magariisaaf biqiltuuwwan biliyoonni 7.5 ol qophaa’aniiru – Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf biqiltuuwwan biliyoonni 7.5 ol qophaa’uu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa lafti…
Xaa’oo biyyee humna keessoon oomishuun biyya rakkolee hedduurraa baraara – hayyoota
Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Karoorri xaa’oo kemiikaalaa biyya keessatti oomishuuf qabame Itiyoophiyaa rakkoolee hedduurraa akka baraaru fi oomishtummaa akka guddisu hayyoonni damee…
Daawwanaannichi tekinooloojii fi hubannoo namtolchee irratti xiyyeeffata jedhame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2017(FMC) – Daawwanaan Indaastirii Ministirri Muummee Faransaay Paariisitti geggeessan tekinooloojii fi hubannoo namtolchee irratti akka xiyyeeffatu waajjirri…
Giddugalli Interpirinarshiippiifi Innooveeshinii hundaa’uun dandeettii hojii uumuu raayyichaa…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2017(FMC) – Giddugalli Interpirinarshiippiifi Innooveeshinii Raayyaa Ittisaa hundaa’uun dandeettii hojii uumuu raayyichaa kan guddisu ta’uu Ministirri Ministeera…
Itiyoophiyaan birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf daandii misoomaa sirriirratti argamti –…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf daandii misoomaa sirriirratti kan argamtu ta’uu Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar…
Dooktar Abiy Ahimadiifi Pireezidaanti Maakroon Masaraa Eliseetti simannaa taasisan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2017 (FMC )- Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadi fi jila isaaniif Pireezidaantiin Faransaay Imaanu’eel Maakroon Masaraa Eliseetti simannaa taasisaniiru.…
Innooveeshinii fayyadamuun Raayyaa Ittisaa ammayyaa ijaaruun murteessadha – Fiild Maarshaal…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2017 (FMC) – Innooveeshinii fayyadamuun Raayyaa Ittisaa ammayyaa ijaaruun murteessaa ta’uu Itaamaajooriin Humna Waliigalaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan ibsan.…
Sirni Korma Dagaagaa Qaluu guyyaa har’aa raawwatame
Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) – Sirni Korma Dagaagaa Qaluu guyyaa har’aa raawwatameera.
Tibba darbe Tuulamni Sadeen Waxabajjii 12 gara Odaa Nabeetti godaanuuf labsatee ture .…
Dooktar Abiy Ahimad Paaris galan
Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Daawwannaa hojiif Faransaay Paaris galaniiru.
Godaambaa Humna…