Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kilaastara Sheedii Magaalaa
Magaalonni keenyaa sirnaakkoo qormaatilee hedduuf mandhee ta’aniidha; godaannisa hundeeffama isaanii irraa kaasanii amma har’aatti giddugala hiyyummaafi hojii dhabdummaan itti angaa’eedha.…
Ummanni deeggarsa Hidhachaaf taasisu cimsee akka itti fufu gaafatame
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) –Ummanni ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaaf deeggarsa taasisaa jiru cimsee akka itti fufu gaafatame.
Baatiiwwan shanan darbanitti galiin Birrii…
Kirkira lafaan manneen barnootaa 37’rraa miidhaan qaqqabuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) –Naannoo Afaaritti kirkira lafaa mudateen manneen barnootaa 37 irra miidhaan qaqqabuu Biiroon Barnootaa naannichaa ibse.
Hogganaan Biirichaa Obbo Abduu…
Dubartoonni rakkoo hawaasummaaf saaxilamoo turan leenjii ogummaa fudhachuu eegalan
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC)-Bulchiinsa magaalaa Finfinneetiin kan ijaarame Giddugalli Dagaagina Ogummaa fi Haroomsa Dubartoota Egeree dubartoota rakkoo hawaasummaa garaagaraaf…
Mootummaan gochaalee sababa malee hawaasarratti dhiibbaa uuman hordofuun tarkaanfii ni fudhata –…
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Mootummaan gochaalee sababa malee hawaasarratti dhiibbaa uumaan hordofuun tarkaanfii kan fudhatu ta’uu Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii…
Labsiin qabeenya seeraan ala horatame deebisiisuu fi gaafatama seeraa hordofsiisu ragga’e
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 14ffaa har’a gaggeesseen labsii qabeenya seeraan ala horatame deebisiisuu fi gaafatama seeraa hordofsiisu…
Obbo Araggaa Kabbadaan Aanaa Qaalluutti Pirojektiwwan eebbisan
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan Godina Walloo Kibbaa Aanaa Qaalluutti pirojektiwwan baasii Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 43…
Leenjitoonni Daandii qilleensaa marsaa 8ffaa 200 eebbifaman
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Manni Barnootaa Leenjii Loltummaa Akkaadaamii Humna Qilleensaa leenjitootaa Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa marsaa 8ffaa leenjisaa ture 200 ol…
Bulchiinsi magaalichaa Ayyaana Cuuphaa Kabajuuf Qophii Barbaachiisa xumuruu ibse
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Bulchiinsi magaalaa Baatuu Ayyaana Cuuphaa Kabajuuf Qophii Barbaachiisa xumuruu ibseera.
Ayyaanni Cuuphaa Hara Dambal magaalaa Baatuutti Kabajamu Sochii…
Hojiin Bu’uuraalee misoomaa bakka jijjiiruu dhuma Baatii Amajjii ni xumurama – Tajaajilicha
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) –Misooma Koriidariif hojiin Bu’uuraalee misoomaa Elektirikii bakka jijjiiruu hanga dhuma Baatii Amajjii 30, 2017tti kan xumuramu ta’uu Tajaajilli Elektirika…