Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tiikaad hariiroo Afrikaa Jaappaaniif murteessaa ta’uu isaan Itiyoophiyaan ni deeggarti –…
Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Koonfiraansiin Idil Addunyaa Tookiyoo – Afrikaa (TICAD) hariiroo Afrikaa – Jaappaaniif murteessaa ta’uu isaan Itiyoophiyaan kan tumsiti jedhan Ministirri…
Qulqullinaa fi nageenyummaa oomishaalee gabaaf dhiyaatanii mirkaneessuuf to’annoon taasifamaa jira
Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)-Ayyaana qilleen walqabatee qulqullinaa fi nageenyummaa oomishaalee gabaaf dhiyaatanii mirkaneessuuf to’annoo fi horodffii cimaan taasifamaa jiraachuu Abbaan…
Duulli Galmee Sirna Odeeffannoo Gabaa Hojii eegale
Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)- Hojii barbaaddota 600 olii fi intarpiraayizoota kuma 95 ol galmeessuuf kan karoorfate duulli Galmee Sirna Odeeffannoo Gabaa(E-LMIS) hojii eegalamuun ibsame.…
Gaaffii dhiyeessii elektirikii biyyootaaf adeemsan deebii kennuuf hojjetamaa jira-HEI
Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)-Biyyoota gaaffii dhiyeessii elektirikii Itiyoophiyaaf dhiyeessaaniif adeemsaan deebii kennuuf hojjetamaa jiraachuu Humni Elektirikii Itiyoophiyaa ibse.…
Du’aan boqochuu Pireezidaantii Duraanii Ameerikaa Jiimii Kaarter hordofee Pireezidaanti Taayyee…
Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Du’aan boqochuu Pireezidaantii Duraanii Ameerikaa Jiimii Kaarter hordofee Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen gaddi itti dhagahamuu ibsan.…
Hariiroo Ummatoota ollaa Naannolee Oromiyaa fi Beenishaangul Gumuz cimsuuf mari’atame
Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)- Hariiroo Ummatoota ollaa Naannolee Oromiyaa fi Beenishaangul Gumuz cimsuuf kan kaayyeeffate waltajjiin marii gaggeeffameera.
Waltajjii marichaarratti…
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Xiyyaara Eer Baasii A350 -1000 3ffaa fudhate
Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa barii bara haaraa 2025tti Xiyyaara Eer Baasii A350 -1000 3ffaa fudhachuu beeksiiseera.
Daandiin qilleensichaa Xiyyaaroota…
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Xiyyaara Eer Baasii A350 -1000 3ffaa fudhate
Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa barii bara haaraa 2025tti Xiyyaara Eer Baasii A350 -1000 3ffaa fudhachuu beeksiiseera.
Daandiin qilleensichaa Xiyyaaroota…
Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Iluu Abbaa Booritti qophii Baala Shaayii daawwate
Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Iluu Abbaa Booritti qophii Baala Shaayii daawwateera.
Qophiin biqiltuu baala…
Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan misooma Koriidarii Dhaabbiilee Raayyaa Ittisaa Daawwatan
Finfinnee, Muddee 23, 2017 (FMC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Dhaabbiilee Raayyaa Ittisaatti hojii ijaarsa bu’uuraalee Misooma…