Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haaromsi masaraa biyyaalessaa tarkaanfii hambaalee seenaa fi aadaa kunuunsuun tursiisuu isa…
Finfinnee, Mudde 20, 2017 (FMC) – Haaromsi Masaraa Biyyaalessaa hambaalee seenaa fi aadaa kunuunsuun tursiisuuf carraaqqii taasifamu keessatti tarkaanfii guddaa ta'uu Waajjirri Ministira…
Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Daawwannaaf Jibuutii galan
Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)-Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos daawwannaa hojiif Jibuutii galaniiru.
Dooktar Geediyoon wayita Buufata Xiyyaaraa Idil…
Iyyoobeel Tsaggaayee Dorgaa Dorgee Faanaa Lamroot injifate
Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)- Dorgommiiwwan ajaa’ibsiisoon kan irratti mul’atee fi baatiiwwan sadan darbaniif gaggeeffamaa ture dorgaa dorgeen Faanaa Laamroot Boqonnaa 18ffaan har’a…
Gamoowwan balaawwan uumamaa haala dandamachuu danda’aniin akka ijaaraman xiyyeeffannaan hojjetamaa…
Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)- Gamoowwan balaawwan uumamaa haala dandamachuu danda’anitti akka ijaaramaniif xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuun Abbaan Taayitaa Konistiraakshinii…
Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaatti Qurxummiin bal’inaan oomishamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)- Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa fi Kutaalee biyyaattii garaagaraarratti Qurxummiin bal’inaan oomishamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa ibse.
Mootummaan…
Ayyaanni Waggaa Gabreelii kabajamaa jira
Finfinnee, Mudde 19, 2015 (FBC)- Ayyaanni waggaa Gabireelii Qullubbii fi Hawaasaatti kabajamaa jira.
Ayyaanichi bakka hordoftoonni amantichaa argamanitti kara duudhaa amantaa isaa…
Koreen Giddugalessa Paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessuu eegale
Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)-Koreen Giddugalessa Paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessuuu eegaleera.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa Hawaasummaa…
Itiyoo Teelekoom Magaalota 67tti tajaajila Neetwoorkii Moobaayilaa dhalootaa 4ffaa eegalchiise
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC)- Itiyoo Teelekoom tajaajila daataa amansiisaaf Tajaajila Neetwoorkii Moobaayilaa Dhalootaa 4ffaa Magaalota 67’tti eegalchiiseera.
Tajaajilli Neetiwoorkii…
Adeemsi caalbaasii bittaa Doolara miiliyoona 1 addaan cite
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC)-Hojii malaammatummaa ittisuu hatattamaan adeemsi caalbaasii bittaa Doolara miiliyoona 1 addaan cituu Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaa…
Lammiileen biyyoota alaa Baala sammuu namaa hadoochu daddabarsuun shakkaman to’ataman
Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Lammiileen biyyoota alaa Baala sammuu namaa hadoochu daddabarsuun shakkaman to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksise.
Lammiileen kunneen karaa seeraan…