Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Geediyoon Sudaanitti ergamaa addaa Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Sudaanitti ergamaa addaa Mootummoota Gamtoomanii Raamtaan Laamaamraa waliin mari'ataniiru.…
Magaalota Naannoo Oromiyaa keessatti hojii misooma Beelladaaa karaa ammayyaatiin hojjetamaa jiruun…
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) –Magaalota Naannoo Oromiyaa keessatti hojii misooma Beelladaaa karaa ammayyaatiin hojjetamaa jiruun bu'aan qabatamaan argamaa jiraachuu Biiroon…
Dooktar Geediyoon Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Somaaliyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa fi Tumsa Idil Addunyaa Somaaliyaa Alii Mohaammad…
Yuuniversiitiin Finfinnee hayyoota 5’f sadarkaa Piroofeesarummaa guutuu kenne
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Boordiin hoggansa Yuuniversiitii Finfinnee hayyoota 5'f sadarkaa Piroofeesarummaa guutuu kennuu beeksise.
Haaluma kanaan:-
1. Dooktar Alamaayehu Takla…
Ibsi Ministeerri Dhimma Alaa Somaaliyaa baase soba ta’uu Itiyoophiyaan ibsite
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Ibsi Ministeerri Dhimma Alaa Somaaliyaa Taatee magaalaa Dooloo keessatti mudateen humna Itiyoophiyaa himachuun Itiyoophiyaa dallansiisuu fi himatichi soba…
Ambaasaaddar Reedwaan Daayrektera Ejansii Nageenya Biyyaalessaa fi Tika Somaaliyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Daayrektarri Jeneraalaa Tajaajila Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Daayrektara Ejansii Nageenya Biyyaalessaa fi Tika…
Komishinichi Ajandaa Naannoo Oromiyaa fudhate
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Komishiniin Marii Biyyaalessaa Ajandaa Naannoo Oromiyaa fudhateera.
Waltajjiin marii ajandaa marii walitti qabuu Naannoo Oromiyaa Mudde 7,2017 irra…
Shaggaritti teeknooloojii barnootaa babal’isuun dhaloota dorgomaa ta’e horachuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Manneen barnootaa keessatti bu’uuralee misooma teeknooloojii babal’isuun dhaloota dorgomaa fi ga’umsa qabu horachuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri…
Hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 2 fi kumni 300 ol qamadii Jallisii Boneen faca’uun…
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 2 fi kumni 300 fi Kumni 62 ol qamadii Jallisii Boneen faca’uun kunuunfamaa jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa…
Kirkirri Lafaa naannawaa Matahaaraatti mudate Finfinneetti hollannaan isaa dhaga’amuu ibsame
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Kirkirri Lafaa Fantaallee naannawaa Matahaaraatti mudate hollannaan isaa Finfinneetti dhaga’amuu Yuunivarsiitiin Finfinnee beeksiise.
Aanaa Fantaallee fi…