Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni marichaa boru Walga’ii idilee 20ffaa ni taa’a
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa boru Walga'ii idilee 20ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaa ni taa'a.
Walga'ii gaggeessuun wixinee labsii Hoggansa…
Obbo Ahimad Shideen Daayrektara Olaanaa Itti Aantuu UNICEF Kiitii Vaan Daar Haayjiidan waliin…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Daayrektara Olaanaa Itti Aantuu Dhaabbata Gargaarsa Daa’immanii Mootummoota Gamtoomanii Kiitii Vaan…
Daandiin Qilleensichaa Xiyyaara Biiznasii jalqabaa gara biyya keessaa galche
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Xiyyaara Biiznasii jalqabaa Booyingi 737 – 800 jedhamu gara biyya keessaa galchuu beeksiseera.
Maamiltoota tajaajila…
Itiyoophiyaafi Jibuutiin haala godaansa seeraan alaa hir’isuun danda’amurratti mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Jibuutiitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen Ministira Dhimma Biyya Keessaa Jibuutii Sa’iid Nooh Hasan waliin…
Sagantaan Afxiraa Dooktar Abiy Ahimad qopheessan kabaja Itiyoophiyaan Godaantootaaf qabdu kan…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Sagantaan Afxiraa Ministrri Mummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad nuuf qopheessan kabaja Itiyoophiyaan godaantootaaf qabdu kan agarsiiseedha jedhan…
Hoggantoonni Olaanoon Raayyaa Ittisaa Taanzaaniyaa Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Hoggantoonni Olaanoon Raayyaa Ittisaa Taanzaaniyaa Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Itiyoophiyaa daawwataniiru.
Giddugala misooma kalaqaa dabalatee…
Itiyoophiyaan nageenya naannawaa mirkaneessuuf hojiilee damee hedduu hojjechaa jirti jedhame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan nageenya naannawaa mirkaneessuufi misooma tumsa irratti hundaa’e guddisuuf damee hedduun hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera…
Itiyoophiyaan bu’uuraalee misoomaa qindoomina diinagdee Afrikaa saffisiisan diriirsaa jirti-…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan bu’uuraalee misoomaa qindoomina diinagdee Afrikaa saffisiisan diriirsuu irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Pireezidaantiin FDRI…
Insheetiivii Misooma Avokaadoon milkaa’inni jajjabeessan argame – BQO
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) –Naannoo Oromiyaatti Inisheetiivii Misooma Avokaadoon milkaa’inni jajjabbeessan argamuu Biiroon Qonnaa Naannichaa ibseera.
Mootummaan Naannoo Oromiyaa…
Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojiilee misooma Koriidarii Magaalaa Bahiirdaar ilaalchisee ergaa dabarsaniiru.
Hojiilee misooma…