Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Piroojektii Bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 98 ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) – Naannoo Somaalee Godina Liibaan Aanaa Guraadaamooleetti Piroojektii Bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 98 ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa…
Tigraayitti nageenyi waaraan akka hin mirkanoofneef adeemsa farreen nageenyaa haalaan hubachuun…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) – Naannoo Tigraayitti nageenyi waaraan akka hin mirkanoofneef adeemsa farreen nageenyaa haalaan hubachuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Ministeera…
Dooktar Geediyoon gita isaanii Israa’eel waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaa Israa’eel Geediyoon Sa’aar waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota…
Misoomni koriidarii marsaa 2ffaan yeroo dhiyootti xumuramee tajaajilaaf banaa ta’a –…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017(FMC) - Misoomni koriidarii marsaa 2ffaan yeroo dhiyootti xumuramee tajaajilaaf banaa akka ta'u Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee ibsan.…
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Sagantaa Afxiraa gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC)- Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Sooma ramadaanaa sababeeffachuun sagantaa Afxiraa gaggeesseera.
Sagantichi mata Duree “Ramadaanaatti, Walooma…
Hawaasni Booranaa sirna Gadaa tiksee har’aan gahuu keessatti qooda olaanaa qabaachuun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC)- Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurraahman Magaalaa Mooyyaaleetti kutaalee hawaasa garaagaraa waliin mari’ataniiru.
Tajaajila…
Ministirri Dhimma Alaa Kuubaa Masaraa Biyyaalessaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Kuubaa Biruunoo Eedwaardoo Roodiriigeez Paariilaan Masaraa Biyyaalessaa daawwataniiru.
Daawwannaa isaaniin,…
Pireezidaantiin Angoolaa Finfinnee galan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC)- Dura Taa’aan Yeroo ammaa Gamtaa Afrikaa fi Pireezidaantiin Angoolaa Joo’awoo Looreenzoon Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi wayita Buufata Xiyyaraa…
Seerootni wayita bahan faayidaa ummataa fi biyyaaf argamsiisan bu’uura godhachuu qabu – Af Yaa’ii…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) – Seerootni haaraan wayita bahan faayidaa ummataa fi biyyaaf argamsiisan bu’uura godhachuu akka qaban Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo…
Ministirri Dhimma Alaa Kuubaa Paarkii Michummaa Itiyoo-Kuubaatti Abaaboo kaa’an
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Kuubaa Biruunoo Eedwaardoo Roodiriigeez Paariilaan Paarkii Michummaa Itiyoo-Kuubaatti Abaaboo kaa’aniiru.
Daawwannaa…