Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Gaambeellaatti boruu eegalee sa’aatiin hojii jijjiiramuufi
Finfinnee, Amajjii 30, 2017 (FMC) – Naannoo Gaambeellaatti hammi Ho’aa dabalaa dhufuu hordofee sa’aatiin hojii Mootummaa Boruu eegalee kan jijjiiramu ta’uu Manni Maree naannichaa…
Yaa’ii 2ffaan waggaa Madaallii barnootaa taa’amuu eegale
Finfinnee, Amajjii 30, 2017 (FMC) – Yaa'ii 2ffaan waggaa Madaallii Barnootaa Biyyaalessaa Hoteela Iskaay Laayitiitti taa'amuu eegaleera.
Yaa'ichi guyyoota lamaaf kan turu yoo ta'u,…
Uwwisni daandii Itiyoophiyaa kiiloo meetira kuma 100 fi kuma 71 ga’eera-Aadde Caaltuu Saanii
Finfinnee, Amajjii 30, 2017 (FMC)- Uwwisni daandii Itiyoophiyaa kiiloo meetiraa kuma 100 fi kuma 26 ture kiiloo meetira kuma 100 fi kuma 71 ga’uu Ministeerri Magaala fi bu’uuraalee Misoomaa…
Mootummaan injifannoo bu’uureessaa; nageenya waaressaa milkaa’inootas galmeessaa jira-BKO
Finfinnee, Amajjii 30, 2017 (FMC)-Mootummaan Naannoo Oromiyaa injifannoo bu’uureessaa; nageenya waaressaa milkaa’inootas galmeessaa jiraachuu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse.…
Magaalichatti Gamaaggamni raawwii Hojii Paartii fi Mootummaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 30, 2017 (FMC)- Gamaaggamni raawwii hojii Paartii fi Mootummaa baatiiwwan jahan darbanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jira.
Gamaaggamicharratti Kantiibaa…
Poolisiin Federaalaa bu’aa qorannoo foorensikii ka’umsa balaawwan ibiddaa mudatanii ifoomse
Finfinnee, Amajjii 30, 2017 (FMC)- Poolisiin Federaalaa Baatiiwwan ja’an darban bu’aa qorannoo fooransikii ka’umsa balaawwan ibiddaa 103 Magaalaa Finfinnee fi naannawaa birootti mudatanii…
Jaappaan deeggarsa Birrii biiliyoona 1.9 Itiyoophiyaaf taasiifte
Finfinnee, Amajjii 30, 2017 (FMC) – Jaappaan deeggarsa Birrii biiliyoona 1.9 Itiyoophiyaaf taasisuu Itiyoophiyaatti Embaasiin biyyattii beeksiise.
Deeggarsichi Ejansiiwwan Mootummoota…
Ce’umsi Dijitaalaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa cimee itti fufa – F/M Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Amajjii 29, 2017 (FMC) - Ce’umsi Dijitaalaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa cimee kan itti fufu ta’uu Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu…
Gamaaggamni raawwii hojii Paartii fi Mootummaa Oromiyaa gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Amajjii 29, 2017 (FMC)- Gamaaggamni raawwii hojii Paartii fi Mootummaa kurmaana 2ffaa Naannoo Oromiyaa Adaamaatti gaggeeffamaa ture xumuramuun ibsame.
Gamaaggama kanaan…
Dooktar Alamuu Simeen Giddugala Suphaa Geejjiba Paabilik Sarvisii daawwatan
Finfinnee, Amajjii 29, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen Buufataalee Tajaajilaa fi Giddugaloota Suphaa Geejjiba Paabilik Sarvisii…