Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaa sabaaf Sablammootaa 19ffaa sababeeffachuun Siimpoziyeemiin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) –Guyyaa sabaaf Sablammootaa 19ffaa sababeeffachuun Siimpoziyeemiin magaalaa Aarbaa Mincitti gaggeeffamaa jira.
Siimpoziyeemicharratti Afyaa’iin Mana…
Badhaasni ‘Oda Award’ marsaa 8ffaan har’a kan gaggeeffamu ta’uun ibsame
Finfinnee, Sadaasa 27, 2017 (FMC) – Badhaasni 'Oda Award' marsaa 8ffaan har’a kan gaggeeffamu ta'uun ibsameera.
Badhaasni Oda Award waggaa waggaan Artistoota hojii Aartii adda…
Lammiileen Itiyoophiyaa kumni 1 fi 155 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 27, 2017 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 155 gara biyyaa deebi’uu ibsameera.
Hojiin lammiilee Itiyoophiyaa…
Addunyaarratti dorgomtummaa dhaabbatichaa cimsuuf ogeeyyii ga’umsa qaban horachuuf gumaacha olaanaa…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2017 (FMC)- Addunyaarratti dorgomtummaa Yuunivarsiitii Aviyeeshinii cimsuuf ogeeyyii ga’umsa qaban horachuu keessatti gumaacha olaanaa taasisaa jiraachuu Ministirri…
Hanga ammaatti Garbuun Biqila Biiraa lafa hektaara kuma 1 fi kuma 54 olirraa waliitti qabame-BQO
Finfinnee, Sadaasa 27, 2017 (FMC)- Hanga ammaatti oomishi Garbuu Biqila Biiraa lafa hektaara kuma 1 fi kuma 54 fi 997 irraa waliitti qabamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beekise.
Biirichi akka…
Jaal Sanyii Nagaasaan Hidhattoonni Bosonatti hafan Waamicha nageenyaa ummanni bal’aan taasiisaa…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2017 (FMC) –Jaal Sanyii Nagaasaan MIseensonni WBO Bosonatti hafan Waamicha nageenyaa abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, abbootiin amantaa, jaarsoliin biyyaa fi…
Obbo Aganyahu Tashaagar qophii kabaja ayyaana Sabaaf Sablammootaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 27, 2017 (FMC) – Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshiinii Obbo Aganyahu Tashaagar qophii kabaja ayyaana Sabaaf Sablammootaa 19ffaaf Magaalaa Aarbaa Mincitti taasifamaa jiru…
Lammiileen miiliyoona 10 Waraqaa Eenyummaa Dijitaalaa fudhatan
Finfinnee, Sadaasa 27, 2017 (FMC)-Lammiileen Waraqaa Eenyummaa Dijitaalaa fudhatan miiliyoona 10 qaqqabuun ibsame.
Itti Gaafatamaan Hariiroo Ummtaa fi Kominikeeshinii Sagantaan Warqaa…
Gumichi qaamoleen Bosonatti hafan akka galaniif waamicha dhiyeesse
Finfinnee, Sadaasa 27, 2017 (FMC) – Gumiin dhaabbbilee Amantaalee Oromiyaa qaamoleen Bosonatti hafan akka galaniif waamicha nageenyaa dhiyeesseera.
Gumichi haala nageenyaa naannichaa…
Dhaloota malaammaltummaa balaaleffatu horachuuf daa’immanirratti hojjachuun fala-KNFMO
Finfinnee, Sadaasa 27, 2017 (FMC)-Dhaloota malaammaltummaa balaaleffatu horachuuf daa'immanirratti hojjechuun barbaachisaa ta’uu Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Oromiyaa…