Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa fi Deenimaark tumsa isaanii cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Pilaaniifi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan jila Koree Imaammata Alaa Mana Maree Deenimaark waliin mari’ataniiru.…
Hoggantoonni Qajeelcha Olaanaa Fayyaa, Raayyaa Ittisaa Giddugala Koonveenshinii Idil Addunyaa Addis…
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni Qajeelcha Olaanaa Fayyaa, Raayyaa Ittisaa Giddugala Koonveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwataniiru.…
Odeeffannoo bu’uureessuun walhubannoo uumuu fi fayyadamummaa uummataa mirkaneessuuf hojiin hojjetame…
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) –Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa waltajjii fooramii waloo miidiyaalee Afaan Oromoo fi Quunnamtii Uummataa waliin gaggeessaa jira.
Waltajjiicharratti…
Guyyaan yaadannoo Injifannoo Kaarraamaarraa 47ffaan Kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) –Guyyaan yaadannoo Injifannoo Kaarraamaarraa 47ffaan Magaalaa Finfinneetti Kabajamaa jiraachuun ibsame.
Saganticharratti Miseensonni Raayyaa…
Gosoota Lubbuu qabeeyyii kuma 91 oliif eegumsi taasiifamaa jira jedhame
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) –Gosoota Lubbuu qabeeyyii kuma 91 ol walitti qabuun eegumsa gochaa jiraachuu Inistiityuutiin Sirnakkoo Itiyoophiyaa.
Lubbu qabeeyyiif eegumsi yoo hin…
Kutaa Magaalaa Sulutaatti Pirojektoonni bu’uuraalee misoomaa Birrii biiliyoona 1.84 hojetamaa…
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sulutaatti Pirojektoonni bu’uuraalee misoomaa Birrii biiliyoona 1.84 hojjetamaa jiraachuun ibsameera.
Pirojektoonni…
Gaaffiwwan nageenyaa, misoomaafi bulchiinsa gaarii deebisuurratti jijjiiramni galmaa’uun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Gaaffiwwan nageenyaa, misoomaafi bulchiinsa gaarii deebisuurratti jijjiiramni galmaa’uu Paartiin Badhaadhinaa ibse.
Dameen Gurmaa’iinsaa Waajjira…
Waliigalteen nageenyaa kanaan dura taasifame naannoo Somaaleetti nageenyaafi tasgabbii uumeera- ABBO
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Waliigalteen nageenyaa kanaan dura Mootummaa Itiyoophiyaa fi Adda Bilisummaa Biyyaalessaa Ogaadeen( ABBO) gidduutti taasifame naannoo Somaaleetti…
Dooktar Geediyoon Xiimootewoos Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootewoos Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Cheen Haay waliin mari’ataniiru.…
Hojiileen misoomaa magaalaa Baahir Daaritti hojjetamaa jiran guddina magaalichaa kan…
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Hojiileen misoomaa magaalaa Baahir Daar keessatti hojjetamaa jiran guddina magaalichaa kan mirkaneessan ta’uu Ministirri Muummee Itti Aaanaan Obbo…