Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni Walitti Makamuu Dhaabbilee Miidiyaa lameenii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC)-Sirni Walitti Makamuu Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetii fi Waaltaa Miidiyaa fi Kominikeeshin Koorporeet gaggeeffamaa jira.
Dhaabbileen miidiyaa lameen…
Lammiileen Itiyoophiyaa Jibuutiitti haala rakkisaa keesssa turan 94 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Godaansa Seeraan Alaan Jibuutiitti haala rakkisaa keessa turan 94 gara biyyaa deebi’aniiru.
Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophiyaa…
Qondaaltoonni WBO sochiilee misooma Magaalaa Shaggar daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) –Waliigaltee nageenyaa tibbana taasifame booda qondaaltonni WBO hojiilee misoomaa Magaalaa Shaggar Daawwataniiru.
hojiilee misooma koriidaarii, Mana…
Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen xaalayaa muudama Ambaasaaddaroota biyyoota adda addaa…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen xaalayaa muudama Ambaasaaddaroota biyyoota 12 fudhataniiru.
Haaluma kanaan xaalayaa muudama…
Dooktar Geediyoon bakka buutoota Ejansiiwwan DhMG Itiyoophiyaatti hojjetan waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos bakka buutoota Ejansiiwwan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Itiyoophiyaatti hojjetan…
Atileetiin sanada sobaan qabiyyee qaama biraa Birrii miiliyoona 700 gurguruuf walii gale adabame
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Atileet Dirribaa Margaan sanada sobaan qabiyyee nama biroo Birrii miiliyoona 700tti gurguruuf walii galuu isaan hidhaa cimaa waggaa 3 fi…
Qondaaltoonni WBO sochiilee misooma Naannoo Oromiyaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) -Waliigaltee nageenyaa taasifame booda jilli qondaaltota WBO hojiilee misoomaa Naannoo Oromiyaa bakka garaagaraatti argamu daawwataniiru.
Jillichi…
Waliigaltee araaraa hordofee miseensonni WBO aanaalee Godina Shawaa Lixaa keessa socho’aa turan…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Waliigaltee araaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qondaaltota WBO gidduutti taasiifame hordofee miseensonni WBO aanaalee Godina Shawaa Lixaa keessa…
Itiyoophiyaa fi Paakiistaan tumsan damee Aviiyeeshiniin qaban cimsuuf walii galan
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Paakiistaan tumsa damee Aviiyeeshiniin qaban caalmaatti cimsuuf waliigalaniiru.
Paakiistaanitti Ambaasaaddarri…
Guyyaan Sabaaf Sablammootaa 19ffaan magaalaa Goondaritti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Guyyaan Sabaaf Sablammoota Itiyoophiyaa 19ffaan sadarkaa naannoo Amaaraatti magaalaa Goondaritti kabajameera.
Guyyaan kun waliigaltee fi…