Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaantiin Giinii Bisaawu Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Giinii Bisaawu Umaaroo Siisookoo Embaaloon Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi Wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee…
Gadaan Booranaa baallii dabarsuuf jiru Sirna Dullacha Saphuphaa raawwate
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Gadaan Booranaa Marsaa Gadaa 72'ffaan baallii dabarsuuf jilarra jiru sirna Dullacha Saphuphaa raawwate.
Gadaan Booranaas barana haaroomsaa as marsaa…
Ministirri Muummee Mooriishiyas Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee Mooriishiyas Naaviinchaadiraa Raamgoolaam Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Naaviinchaadiraa…
Pireezidantiin Madagaaskaar Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Madagaaskaar Andirii Raajuuweeliinaa Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi Wayita…
Pireezidaantiin Taanzaaniyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Taanzaaniyaa Saamiyaa Suluuhuun Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 38ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaanti Saamiyaa Suluuhuun…
Itiyoophiyaan nageenyaa fi tasgabbii Sudaaniif tumsa taasiiftu cimsitee itti fufti – Dooktar Abiy…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Nageenyaa fi tasgabbii Sudaaniif tumsa taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Pireezidaantiin Taanzaaniyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Taanzaaniyaa Saamiyaa Suluuhuun Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 38ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaanti Saamiyaa…
Akka biyya ollaa fi Obboleeyyaniitti Itiyoophiyaan wayita qormaataa kana Ummata Sudaan cinaa ni…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Akka biyya ollaa fi Obboleeyyaniitti Itiyoophiyaan wayita qormaataa kana Ummata Sudaan cinaa ni dhaabbatti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Jaappaan nageenyaa fi tasgabbii naannawichaaf gumacha Itiyoophiyaan taasiftu dinqisiifatte
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Jaappaan nageenyaa fi tasgabbii naannawaa Gaanfa Afrikaaf gumacha olaanaa Itiyoophiyaan taasiftu kan dinqisiifattu ta’uu ibsite.
Ministir Deetaan…
Pireezidaantiin Moritaaniyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Moritaaniyaa Mahaammad Oliid Giizooniin Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi wayita…