Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Komishinar Dammallaash Gabremikaa’eel Pireezidaantii Itti Aanaa Yuunivarsiitii Poolisii Ummataa…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)-Komishinarri Jeneraalaa Koomishinii Poolisii Federaalaa Dammalaash Gabremikaa’eel, Pireezidaantii Itti Aanaa Yuunivarsiitii Poolisii Ummataa Chaayinaa Paan…
Pireezidaanti Taayyeen xalayaa muudama Ambaasaaddarootaa simatan
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Xalayaa Ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa Itiyoophiyaatti muudamanii simataniiru.
Haaluma kanaan…
Ambaasaaddar Binnaalfi Andu’aalam fi Obbo Mahaammad Idiriis walharkaa fuudhiinsa hojii taasisan
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)- Ambaasaaddar Binnaalfi Andu’aalam fi Ministira Nageenyaa ta’uun kan muudaman Obbo Mahaammad Idiriis walharkaa fuudhiinsa hojii taasisaniiru.…
Seeftineetii misoomawaan wabii nyaataa mirkaneessuuf gumaachaa jira jedhame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)- Sagantaan Seeftineetii misoomawaa baadiyyaa wabii nyaataa lammiilee mirkaneessuuf tattaaffii taasifamuuf gumaacha taasisaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa…
Waliigaltee taasifame hordofee miseensonni WBO galaa jiraachuun himame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)-Waamicha Uummataa fi waliigaltee mootummaa fi WBO gidduutti mallatteeffame hordofee miseensonni WBO bosona turan nagaan galaa jiraachuun ibsame.
Haaluma…
Waliigaltee taasifame hordofee miseensonni WBO galaa jiraachuun himame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)-Waamicha Uummataa fi waliigaltee mootummaa fi WBO gidduutti mallatteeffame hordofee miseensonni WBO bosona turan nagaan galaa jiraachuun ibsame.…
Seeftineetii misoomawaan wabii nyaataa mirkaneessuuf gumaachaa jira jedhame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)- Sagantaan Seeftineetii misoomawaa baadiyyaa wabii nyaataa lammiilee mirkaneessuuf tattaaffii taasifamuuf gumaacha taasisaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa…
Obbo Malaakuu Allebal agarsiisa oomishaalee Dhaabbilee Invastimantii magaalaa Shaggar daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC) –Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allebal agarsiisa oomishaalee Dhaabbilee Invastimantii magaalaa Shaggar daawwataniiru.
Magaalaa…
Waa’ee keellaawwan seeraan alaa 283
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)- Saffisaa loojistiksii fi sochii oomishaalee kan daangessan keellaawwan 283 sadarkaa biyyaalessaatti naannolee hundaatti akka argaman Ministeerri Daldalaa…
Yaa’ii Dureewwan Gamtaa Afrikaa keessummeessuuf Hoteelonni qophii taasisaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)– Yaa’ii Dureewwan Gamtaa Afrikaaf dhufan keessummeessuuf qophii taasisaa jiraachuu Waldaan Abbootii Qabeenyaa Hoteelotaa Magaalaa Finfinnee beeksise.…