Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hidhattoonni duraanii leenjii haaromsaa fudhatan hawaasatti makaman
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)- Naannoo Tigraayitti hidhattoonni duraanii leenjii haaromsaa fudhatan 640 hawaasatti makamuu Komishiniin Haaromsa Biyyaaleessaa beeksise.
Leenjitoonni…
Namoonni boba’aa seeraan alaa daldalan 34 to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)- Magaalaa Hawaasaatti namoonni boba’aa seeraan alaa daldaluurrratti bobba’an 34 to’annoo jala oolfamuu Komishiniin Poolisii Naannoo Sidaamaa beeksise.…
Pireezidaanti Taayyeen hoggantoota Dhaabbata Meerii Jooy waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyeen Atsiqasillaaseen, Hundeessituu fi Hoji Raawwachiistuu Dhaabbata Meerii Jooy Siister Zabiidaar Zawudee, Walitti Qabaa fi…
Paarkiiwwan Indaastirii 10 gara Zoonii Addaa Diinagdeetti guddatan
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC) –Paarkiiwwan Indaastirii 10 gara Zoonii Addaa Diinagdeetti guddachuu Korpooreshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii beeksise.
Korporeshinichii…
Saa’uud Arabiyaan hariiroo gamhedduu Itiyoophiyaa qabdu caalmaatti guddisuuf fedhii qabaachuu…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) –Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itti Aanaa Ministira Qonnaa Saa'uud Arabiyaa Ahimad Biin Saaliihii Biin Ayidaahii Al…
Pireezidaanti Taayyeen Atileetota Badhaasa Atileetii cimaa/cimtuu waggaa injifataniin baga gammaddan…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyeen Atsiqasillaaseen badhaasa Atileetota Badhaasa Atileetii cimaa/cimtuu waggaa injifataniin baga gammaddan jedhaniiru.…
Itiyoophiyaan Waraqaa Ragaa seera qabeessummaa galmee Malkaa Qunxurree fudhatte
Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan Waraqaa Ragaa seera qabeessummaa galme Hambaa seenaa Malkaa Qunxurree Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Mootummoota Gamtoomanii (UNESCO)…
Abjuun biyya diiguu humnoota Finxaaleyyii fi Shororkeessitootaa tumsa Raayyaa Ittisaa fi Ummataan…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Abjuun biyya diiguu humnoota Finxaaleyyii fi Shororkeessitootaa tumsa Raayyaa Ittisaa fi Ummataan fashalaa’uu Ajajaan Komaandoo fi Ajaje Humna Qilleensaa…
Oromiyaatti leenjiin Interpireenashiippii dargaggootaaf kennamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Godinaalee, Magaalotaa fi Aanaalee Oromiyaa garaagaraatti leenjiin Interpireenashiippii dargaggootaaf kennamaa jira.
Magaalaa Jimmaatti leenjiin kun…
Hojjetaan Daandii qilleensa Itiyoophiyaa Doolaara kuma 50 lafaa argame abbaa qabeenyaaf deebise
Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Hojjetaan Daandii qilleensa Itiyoophiyaa Doolaara kuma 50 lafaa argame abbaa qabeenyaaf deebiseera.
Hojjetaan Kutaa nageenyaa Obbo Fireezar Baqqalaan…