Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan hiyyummaa keessaa ba’uuf kutannoo qabduun Badhaadhinaa mirkaneessuun gahee…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)-Itiyoophiyaan hiyyummaa keessaa ba'uuf kutanno qabduun Badhaadhinaa mirkaneessuun gahee lammiilee hundaati jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Bakka Dooktar Abiy Ahimad Argamanitti Waggaa 5ffaan hundeeffama Paartii Badhaadhinaa kabajame
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Sagantaan xumuraa Waggaa 5ffaa hundeeffama Paartii Badhaadhinaa Bakka Ministirri Muummee FDRI fi Pireezidaantii Paartichaa Dooktar Abiy Ahimad argamanitti…
Ministeerri Barnootaa Faransaay waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Ministeerri Barnootaa Faransaay waliin damee barnootaa cimsuuf kan dandeessisu waliigaltee mallatteesseeera.
Waligaltichas Ministirri Ministeera…
Guyyaa Sabaaf Sablammootaa fi Ummatootaa 19ffaa sababeeffachuun mariin Paanaalii gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Kabaja guyyaa Sabaaf Sablammootaa fi Ummatoota Itiyoophiyaa 19ffaa sababeeffachuun Magaalaa Ambootti mariin paanaalii gaggeeffameera.
Marichi mata duree…
Ayyaanni waggaa Maariyaamii Tsiyoon kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Ayyaanni waggaa Maariyaamii Aksum Tsiyoon Naannoo Tigraay Magaalaa Aksumitti haala hoo’aa ta’een kabajamaa jira.
Waggaa waggaan Sadaasa 21 kan kabajamu…
Daandiin Qilleensichaa gara Monirooviyaatti irra deebiin balalii eegale
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balalii gara Laayibeeriyaa Magaalaa Monirooviyaatti taasisu irra deebiin har’a eegaleera.
Sagantaa eegalchiisa…
Buufanni Konkolaataa Magaalaa Jimmaa % 98 qaqqabuun ibsame
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Buufanni Qindaa’aa Konkolaataa Magaalaa Jimmaa % 98 qaqqabuu Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa beeksise.
Buufatichi baasii Birrii…
Dooktar Abrahaam Balaay Hidha Magac Daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)-Ministirri Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Dooktar Abrahaam Balaay sochii hojii Hidha Magac daawwataniiru.
Daawwannicharratti Dooktar…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Baankii Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa Eeshiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa Eeshiyaa Jiin Liikuun Waliin Mari’ataniiru.
Marii…
Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Alaa Faransaayii fi Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Dhimma Alaa Faransaayii fi Awurooppaa Jiyaan Noo'eel Baaroot waliin…