Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan Yaa’ii COMESA 19ffaarratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)-Itiyoophiyaan Yaa’ii Ministiroota Gabaa Waloo Biyyoota Afrikaa Bahaa fi Kibbaa 19ffaa Burundii Bujumburaatti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti.…
Itiyoophiyaa fi Jarman Waliigaltee Yuuroo miiliyoona 30 mallatteessan
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Mootummaa Jarman waliigaltee deeggarsaa Yuuroo miiliyoona 30 mallatteessaniiru.
Deeggarsichas, Itiyoophiyaatti damee qonnaan…
Itiyoophiyaan gahee dippiloomaasii naannawaa, ardii fi sadarkaa idil addunyaatti qabdu guddisuun…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan gahee dippiloomaasii naannawaa, ardii fi sadarkaa idil addunyaatti qabdu guddisuun tumsaan kan hojjettu ta’uu Ministirri Ministeera…
Sirna Barnootaa kan fooyyessinu dhaloota Itiyoophiyaa hiyyummaa keessaa baasuu danda’u horachuufi…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Ministeera Barnootaa raawwii hojii kurmaana jalqabaa bara 2017 irratti mari’ataniiru.
Sirna Barnootaa biyyattii…
Qocholoowwan diinaa gabaabaatti hambisuuf rakkoo keessoo furuun barbaachisaadha – Ambaasaaddar…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Qocholoowwan diinaa gabaabaatti hambisuuf rakkoo keessoo furuun barbaachisaa ta’uu Daayrektarri Jeneraalaa Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya…
Ragaan mirkaneessa qabiyyee lafaa miiliyoonni 28 qonnaan bultootaaf kannamuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Ragaan mirkaneessa qabiyyee lafaa sadarkaa 2ffaan miiliyoonni 28 qonnaan bultootaaf kannamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Deeggarsa Mootummaa…
Injiinar Taakkalaan Dhimmoota Nageenyaa Daandii Baaburaarratti Obbo Musxaafee Mahaammad waliin…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) –Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Korporeeshinii Geejjiba Baaburaa Itiyoo Jibuutii Injiinar Taakkalaa Uumaan haalota nageenyaa daandii Baaburaa cimsuu…
Miseensi Poolisii qoricha sammuu namaa adoochuu to’atamerraa hir’isuun dhokse adabbii cimaa fi…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Miseensi Poolisii Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti qoricha sammuu namaa adoochuu namoota dhuunfarraa to’atame hir’isuun dhokse jedhamuun…
Obbo Adam Faaraah Hoggantoota Komishinii Inispeekshinii fi Naamusaa Paartii Komunistii Chaayinaa…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa fi Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Dimookiraasii Obbo Adam Faaraah Hoggantoota…
Manni marichaa muudamoota Ministiroota 5 raggaasise
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walgahii idilee 2ffaa bara hojii 4ffaa waggaa 6ffaa har’a gaggeesseen muudamoota Ministiroota 5 raggaasiseera.…