Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waajjirri Giiftii Duree Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinneef deeggarsa taasise
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Waajjirri Giiftii Duree Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinneef qorichaalee adda addaa deeggarsa taasiseera.
Waajjirichi dhaabbata miti mootummaa 'Good…
“REACG DIGITAL” Itiyoophiyaatti invastimantii damee geejjibaarratti bobba’uuf fedhii akka qabu ibse
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC)- Dhaabbanni Gamtaa Emereetota Arabaa “REACG DIGITAL” Itiyoophiyaatti invastimantii kenniinsa eeyyama konkolaachisaa fi dameewwan biroorratti bobba’uuf fedhii…
Daandiin Baaburaa gara milkaa’inaatti imalaa jira – Injinar Taakkalee Uumaa
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Waldaan Aksiyoonaa Geejjiba Baaburaa Itiyoo – Jibuutii daandii milkaa’inaarra jiraachuu Hojii Raawwachiisaa olaanaan dhaabbichaa Injinar Taakkalee Uumaan…
Bulchiinsi magaalichaa qaamolee nageenyaa 340’f manneen jireenyaa dabarse
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC)-kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen qaamolee nagenyaa 340'f f manneen jireenyaa dabarsan.
Aadde Adaanech Abeebeen gama…
Guyyoottan itti aanaan uwwisni Duumeessaa fooyya’aan ni jiraata – Inistiityuuticha
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Guyyoottan itti aanaan kutaaleen biyyattii tokko tokko qilleensa Jiidhaa fi uwwisa Duumeessaa fooyya’aa kan qabaatan ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala…
Ejensichi Balfa Toonii Kuma 400 fi kuma 56 ol dhabamsiise
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Ejensiin Bulchiinsa Qulqullina magaalaa Finfinnee walakkaa Waggaa bara 2017tti balfa Toonii kuma 400 fi kuma 56 ol dhabamsiisuu beeksiise.
Kana keessaa…
Pireezidaanti Shimallis, Poolkaagaamee waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Kiigaalitti Pireezidaantii Ruwaandaa Poolkaagaameen waliin mari'ataniiru.…
Aadde Adaanech sadarkaa raawwii hojii misooma Kooriidarii marsaa 2ffaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen sadarkaa raawwii hojii misooma Kooriidarii marsaa 2ffaa daawwachuun gamaaggamaniiru.
Hojichi…
Sirni awwaalcha Obbo Bulchaa Dammaqsaa raawwate
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Sirni awwaalcha Gameessa Siyaasaa fi Ogeessa Diinagdee Obbo Bulchaa Dammaqsaa Bakka Awwaalchaa Pheexiroos Waphaawuloositti raawwateera.
Maatii,…
Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammuud daawwannaa Itiyoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyya isaanii…
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDR Dooktar Abiy Ahimad Itiyophiyaatti daawwannaa hojii taasisaa kan turan Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammuud…