Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Adam Faaraahi Chaayinaatti qondaaltota Paartii Komunistii Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC) – Gareen qondaaltota Olaanoo Pireezidaantii Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahiin durfamu Beejingitti Garee Hariiroo alaa Paartii…
Komishinichi Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti waltajjii Marii ajandaa walitti qabuu gaggeessuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)-Komishininiin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti waltajjii marii Ajandaa walitti qabuu gaggeessuu eegaleera.
Komishinichi…
Baankichi Walga’ii Baankii Addunyaa fi IMF irratti hirmaachuun Maqaa gaarii Itiyoophiyaa ijaaruu,…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)- Bankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa walga’ii waggaa Baankii Addunyaa fi Dhaabbata maallaqaa Addunyaa (IMF) irratti hirmaachuun maqaa gaarii Itiyoophiyaa…
Lammiileen Itiyoophiyaa 56 Jibuutiirraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC)- Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophyaa Dhaabbata Godaantotaa Idil Addunyaa waliin ta’uun godaantota seeraan alaa lammiilee Itiyoophiyaa 56 gara…
Humna Qilleensaaf deeggarsi meesaalee Birrii miiliyoona 32’tti tilmaamaman taasifame
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)-Ministeerri Galiiwwanii Koomiishinii Gumurukaa waliin ta’uun ijaarsa manneen Raayyaa Humna Qilleensaaf meeshaalee Birrii miiliyoona 32’tti tilmaamaman…
Gareen jila Obbo Adam Faaraahiin durfamu Beejiing Chaayinaa gale
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)- Gareen Jila Pirezidaantii Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Fi Itti Gaafatamaa Giddugalaa Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii Obbo Adam Faaraahiin…
Qellem Wallaggaatti Irreechi Malkaa Qaallittii Gaallabuu kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Sayyootti Irreessi Malkaa Qaallittii Gaallabuu karaa duudhaa isaa eeggateen kabajameera.
Sirnicharratti Abbootiin…
Hirmaannaan Itiyoophiyaan BRICS keessatti qabdu, guddina diinagdee isheef gumaacha olaanaa qaba…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) –Hirmaannaan Itiyoophiyaan BRICS keessatti qabdu, guddina diinagdee isheef gumaacha olaanaa qabaachuu Itiyoophiyaatti Ambaassadarri Raashiyaa Eevgeenii…
Giddugalichi bara kana Sanyii Qamadii fooyya’aa kuntaala kuma 3 Qonnaan bultootaaf dhiyeessuuf…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) –Giddu Galli Qorannoo Qonnaa Qulumsaa bara kana Sanyii Qamadii fooyya'aa kuntaala kuma 3 Qonnaan bultootaaf dhiyeessuuf hojjachaa jiraachuu beeksise.…
Baatiwwan sadan darban ciminni hin haalamne akkuma jiran, harcaatiin heddu kan mul’atuudha…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) –Baatiwwan sadan darban ciminni hin haalamne akkuma jiran, harcaatiin heddu kan mul'atuudha jedhan Pireezidaantiin mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…