Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan Saa’udii Itiyoophiyaanota gara biyyaatti deebisuuf deeggarsa taasisu cimsee akka itti…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC)- Mootummaan Saa’udii Arabiyaa Itiyoophiyaanota gara biyyaatti deebisuuf tarkaanfii Mootummaan Itiyoophiyaa fudhachaa jiruuf deeggarsa taasisu cimsee…
Pireezidaanti Shimallis Aanaa Maanaatti Inisheetivii Baala Shaaye fi Roozmarii daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Jimmaa Aanaa Maannaatti inisheetiivii baala shaayee fi roozmarii…
Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Maaleezhiyaa galan
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojii guyyaa lamaaf Maaleezhiyaa galaniiru.
Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash…
Itiyoophiyaan Fandii qabeenya Qilleensaa Magariisaa waliin waliigaltee deeggarsa Doolaara miiliyoona…
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan Fandii qabeenya Qilleensaa Magariisaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin waliigaltee deeggarsa Doolaara miiliyoona 45…
Jimmaatti Biqiltuu Baala Shaayee miiliyoona 32 ol sadarkaa gaariirra jiraachuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC)- Godina Jimmaa aanaalee 20 keessatti biqiltuun baala Shaayee miliyoona 32 fi kuma 900’f qophaa’uun kunuunsa taasifameen sadarkaa haala gaariirra…
Oromiyaatti Rakkoo Kenniinsa Tajaajilaa Furuuf Hojjetamaa Jira jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti Rakkoo Kenniinsa Tajaajilaa Furuuf Hojjetamaa Jiraachuu Biiroon Paabliik Sarvisiifi Misooma Qabeenya Humna Namaa Naannoo Oromiyaa…
Ramaddiin barattoota bara 2017 Yuunivarsiitii galanii ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC) – Ramaddiin barattoota bara 2017 Yuunivarsiitii seenanii ifoomuu Ministeerri Barnootaa beeksiise.
Barattoonni bara 2016 qormaata biyyaalessaa kutaa…
Jilli Obbo Ahimad Shideen durfamu Hoggantoota Baanki Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen durfamu Pireezidaantii Itti Aantota Baankii Addunyaa waliin mari’atan.
Yaa’ii Waggaa…
Itiyoophiyaan haleellaa Shororkeessummaa Turkiitti mudate balaaleffatte
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan haleellaa shororkeessummaa Indaastirii Qorannoo Hawaa Turkii Ankaaraatti mudate kan balaaleffattu ta'uu ibsite.
Ministeerri Dhimma…
Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abduramaan Aanaa Baabbileetti Mishingaa…
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC) – Af-Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abduramaan Godina Harargee Bahaa Aanaa Baabbileetti Mishingaa kilaasteraan misoome daawwataniiru.
Wabii…