Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dubartoonni rakkoo hawaasummaaf saaxilamoo turan leenjii ogummaa fudhachuu eegalan
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC)-Bulchiinsa magaalaa Finfinneetiin kan ijaarame Giddugalli Dagaagina Ogummaa fi Haroomsa Dubartoota Egeree dubartoota rakkoo hawaasummaa garaagaraaf…
Mootummaan gochaalee sababa malee hawaasarratti dhiibbaa uuman hordofuun tarkaanfii ni fudhata –…
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Mootummaan gochaalee sababa malee hawaasarratti dhiibbaa uumaan hordofuun tarkaanfii kan fudhatu ta’uu Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii…
Labsiin qabeenya seeraan ala horatame deebisiisuu fi gaafatama seeraa hordofsiisu ragga’e
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 14ffaa har’a gaggeesseen labsii qabeenya seeraan ala horatame deebisiisuu fi gaafatama seeraa hordofsiisu…
Obbo Araggaa Kabbadaan Aanaa Qaalluutti Pirojektiwwan eebbisan
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan Godina Walloo Kibbaa Aanaa Qaalluutti pirojektiwwan baasii Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 43…
Leenjitoonni Daandii qilleensaa marsaa 8ffaa 200 eebbifaman
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Manni Barnootaa Leenjii Loltummaa Akkaadaamii Humna Qilleensaa leenjitootaa Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa marsaa 8ffaa leenjisaa ture 200 ol…
Bulchiinsi magaalichaa Ayyaana Cuuphaa Kabajuuf Qophii Barbaachiisa xumuruu ibse
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Bulchiinsi magaalaa Baatuu Ayyaana Cuuphaa Kabajuuf Qophii Barbaachiisa xumuruu ibseera.
Ayyaanni Cuuphaa Hara Dambal magaalaa Baatuutti Kabajamu Sochii…
Hojiin Bu’uuraalee misoomaa bakka jijjiiruu dhuma Baatii Amajjii ni xumurama – Tajaajilicha
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) –Misooma Koriidariif hojiin Bu’uuraalee misoomaa Elektirikii bakka jijjiiruu hanga dhuma Baatii Amajjii 30, 2017tti kan xumuramu ta’uu Tajaajilli Elektirika…
Naannawaa Dhagaa Umamaa Xiyyaatti Birrii biiliyoona 3.5’n misoomsuuf karoorfamuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Naannawaa Hambaa Idil Addunyaa Dhagaa Dhaabbii Xiyyaa Birrii biiliyoona 3.5’n misoomsuuf qophiin barbaachisaan xumuramaa jiraachuu Biiroon Tuuriizimii…
Tajaajila Geejjibaa hojmaata badaarraa bilisa ta’e kennuuf tarkaanfiin sirreeffamaa fudhatamaa jira…
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) –Buufataalee Konkolaataa fi imala Geejjibaarratti jechoonni duudhaa, safuu fi aadaa hawaasaa hinsafeeffanne wayita dubbataman mul’atu.
Maamilli gooftaadha…
Namni dhuunfaan Barnoota Sobaan qaxaramee Hojii Gaggeessaa ta’ee hojjetaa ture Adabame
Finfinnee, Mudde 30, 2017 (FMC) –Namni dhuunfaan Digirii Sobaan qaxaramee Hojii Gaggeessaa olaanaa ta'ee hojjetaa ture yakka malaammaltummaan himatamuun hidhaa fi maallaqaan adabamuun…