Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Obbo Ahimad Shideen durfamu Hoggantoota Baanki Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen durfamu Pireezidaantii Itti Aantota Baankii Addunyaa waliin mari’atan.
Yaa’ii Waggaa…
Itiyoophiyaan haleellaa Shororkeessummaa Turkiitti mudate balaaleffatte
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan haleellaa shororkeessummaa Indaastirii Qorannoo Hawaa Turkii Ankaaraatti mudate kan balaaleffattu ta'uu ibsite.
Ministeerri Dhimma…
Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abduramaan Aanaa Baabbileetti Mishingaa…
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC) – Af-Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abduramaan Godina Harargee Bahaa Aanaa Baabbileetti Mishingaa kilaasteraan misoome daawwataniiru.
Wabii…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Godina Jimmaatti hojiilee misoomaa daawwataa jiru
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC) – Pirezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi jilli isaaniin durfamu Godina Jimmaatti hojiilee misoomaa garaagaraa…
Daldalli Raashiyaa fi Itiyoophiyaa gidduutti taasifamu dabalaa jira-Putin
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC)-Daldalli Raashiyaa fi Itiyoophiyaa gidduutti taasifamu dabalaa jiraachuu Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin ibsan.
Ministirri Muummee FDRI…
Miidrook Invastimanti Giruuppi waggaatti Cuuciiwwan miiliyoona 100 ol qonnaan bultootaaf raabsuufi
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC) – Dhaabbanni Miidrook Invastimanti Giruuppi waggaatti Cuuciiwwan miiliyoona 100 ol qonnaan bultootaaf raabsuuf ta’uu beeksise.
Piroojektiin Horsiisa…
Lammiilee Biyya alaa 20 dabalatee deddeebistoonni baala sammuu hadoochuu hidhaa cimaan adabaman
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC)-Lammiilee Biyyaa Alaa 20 dabalatee himatamtoonni yakka baala sammuu nama hadoochu deddeebisan hidhaa cimaa waggaa 2 hanga waggaa 12’n akka adabaman…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Godina Buunnoo Beddelleetti ijaarsa hidha Arjoo-Dhidheessaa…
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC) – Pireezidantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ijaarsa hidha Arjoo-Dhidheessaa daawwaniiru.
Hidhi Arjoo-Dhidheessaa ijaarsi…
Waltajjiin BRICS walta’iinsa diinagdee bal’aaf akka hojjennu karra baneera-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC)-Waltajjiin BRICS walta’iinsa diinagdee bal’aaf akka hojjennu karra baneera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy gama…
Pireezidaanti Shimallis Misoomaa Ruuzii Aanaa Boorrachaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Ooromiyaa Shimallis Abdisaan Godina Buunnoo Beddellee Aaanaa Boorrachaatti hojii misoomaa Ruuzii daawwataniiru.…