Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Geediyoon Ximootwoon Ambaasaddaroota biyyoota Noordik waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Itiyoophiyaatti Ambaasaaddaroota Biyyoota Noordik (Noorwey, Siwiidiinii fi Fiinlaandi)…
Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Kaampaalaa galan
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Pireezidaantiiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Yaa’ii Addaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Ugaandaa Kaampaalaa galaniiru.
Pireezidaamti Taayyeen…
Waltajjiin marii Biiroolee Faayinaansii, Galiiwwanii, Pilaanii fi misoomaa Federaalaa fi naannolee…
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Waltajjiin marii Faayinaansii, Galiiwwanii, Pilaanii fi misoomaa Federaalaa fi naannolee 29ffaan magaalaa Jimmaatti taa’amuu eegaleera.
Waltajjichi…
Buufanni ammayyaa guyyaan dhangala’aa Liitira miiliyoona 30 qulqulleessuu danda’u eebbifame
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Boolee Arraabsaatti Buufata qulqulleessa dhangala’aa guyyaan Bishaan Liitira miiliyoona 30…
Itiyoophiyaa Addunyaatti beeksisuuf maqaa gaarii ijaaruun barbaachisaa ta’uun ibsame
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaa sirriti beekuu fi Addunyaa biraaf beeksisuuf maqaa gaarii biyyaattii ijaaruun barbaachisaa ta’uu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa…
Cabiinsa damee barnootaatiin jiru waldhaanuu keessatti gaheen dhaabbilee miti mootummaa…
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)-Cabiinsa damee barnootaatiin jiru waldhaanuu keessatti gaheen dhaabbilee miti-mootummaa olaanaa ta'uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis…
Taatee eda Kibbaa fi Kibba Lixa Itiyoophiyaatti Samiirratti mul’ate
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Eda galgala naannawaa sa’aatii 1:30 Taateen addaa Kibbaa fi Kibba Lixa Itiyoophiyaatti Samiirratti mul’achuu Waldaan Saayinsii Hawaa Itiyoophiyaa beeksise.…
Kilaastara Sheedii Magaalaa
Magaalonni keenyaa sirnaakkoo qormaatilee hedduuf mandhee ta’aniidha; godaannisa hundeeffama isaanii irraa kaasanii amma har’aatti giddugala hiyyummaafi hojii dhabdummaan itti angaa’eedha.…
Ummanni deeggarsa Hidhachaaf taasisu cimsee akka itti fufu gaafatame
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) –Ummanni ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaaf deeggarsa taasisaa jiru cimsee akka itti fufu gaafatame.
Baatiiwwan shanan darbanitti galiin Birrii…
Kirkira lafaan manneen barnootaa 37’rraa miidhaan qaqqabuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) –Naannoo Afaaritti kirkira lafaa mudateen manneen barnootaa 37 irra miidhaan qaqqabuu Biiroon Barnootaa naannichaa ibse.
Hogganaan Biirichaa Obbo Abduu…