Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waliigalteen nageenyaa kanaan dura taasifame naannoo Somaaleetti nageenyaafi tasgabbii uumeera- ABBO
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Waliigalteen nageenyaa kanaan dura Mootummaa Itiyoophiyaa fi Adda Bilisummaa Biyyaalessaa Ogaadeen( ABBO) gidduutti taasifame naannoo Somaaleetti…
Dooktar Geediyoon Xiimootewoos Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootewoos Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Cheen Haay waliin mari’ataniiru.…
Hojiileen misoomaa magaalaa Baahir Daaritti hojjetamaa jiran guddina magaalichaa kan…
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Hojiileen misoomaa magaalaa Baahir Daar keessatti hojjetamaa jiran guddina magaalichaa kan mirkaneessan ta’uu Ministirri Muummee Itti Aaanaan Obbo…
Itiyoophiyaan Eksipoo Tuurizimii Idil-addunyaa Barliin irratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Eksipoo Tuurizimii Idil-addunyaa Jarman magaalaa Barliinitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti.
Eksipoo Kanaan bakkeewwan…
Xaa’oon meetirik tooniin kumni dhibbi 6 fi kumni 58 ol gara biyyaatti geejjibsiifamuu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Bara Oomishaa 2017/18’f kan oolu Xaa’oon meetirik tooniin kumni dhibbi 6 fi kumni 58 fi 249.2 buufata Jibuutiirraa gara biyyaatti geejjibsiifamuu…
Dhaabbanni Abbagaar Uummataa tajaajila uummataaf maluu haala kennuun danda’urra jiraachuu ibse
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017(FMC)- Carraan dhaabbileen diimokiraasii labsii mataa isaaniin bulanii fi walabummaan hojjetan uumamuu Abbaa gaarii Olaanaan Dhaabbata Abbagaar Uummataa…
Naannoo Tigraayitti hambaaleen durii haaromfamaa jiru jedhame
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Naannoo Tigraayitti hojiin hambaaleen durii haaromfamaa fi suphamaa jiraachuu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Bulchiinsa Yeroo naannichaa ibseera.…
Waliigalteen damee tuurizimii jajjabeessuuf dandeessisu mallattaa’e
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa, Ministeerri Tuurizimii fi Tajaajilli Immigireeshiniifi Lammummaa waliigaltee damee tuurizimii jajjabeessuuf…
Warshaan Dhagaa Cilee Daawuroo carraa Invastimantii ta’e jedhame
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Warshaan Dhiqaa Dhagaa Cilee Daawuroo Invastimantii hawwachuuf carraa akka uumu ibsameera.
Warshaan Dhiqaa Dhagaa Cilee Daawuroo…
Paarkichatti Abbootiin qabeenyaa 10 hanga xumura bara baajata 2017 tti gara oomishaatti galu jedhame
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) -Hanga xumura bara baajatichaatti Abbootiin qabeenyaa 10’n Paarkii Indaastirii Qonna Qindaa’aa Bulbulaatti oomisha kan eegalan ta’uu Korpooreeshiniin…