Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaanti Shimallis Godina Buunnoo Beddelleetti hojiilee misooma daawwachaa jiru
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Buunnoo Beddelleetti hojiilee misooma garaagaraa daawwachaa jiraachuun…
Poolisiin Federaalaa humna Haaraa marsaa 25ffaaf leenjiisuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Poolisiin Federaalaa humna Haaraa marsaa 25ffaaf leenjiisuu eegaluu beeksiiseera.
Leenjitoonni kunneen kutaalee biyyattii hundarraa kan walitti…
Yaa’iin BRICS 16ffaan Kaazaanitti gaggeeffamaa jira
Walgahiin cufaan Yaa'ii BRICS 16ffaa mata duree " Hariiroo cimaa gamhedduu Misoomaa fi Nageenya Addunyaa ammaayyaaf’ jedhuun ganama har'aa gaggeeffamerratti Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Pireezidaanti Shimallis Algee Saachiitti hojii buna qopheessuu daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan dhaabbata Kabiree Ilikee Aanaa Algee Saachiitti hojii buna qopheessuurratti bobba’e…
Yaa’iin BRICS 16ffaan Kaazaanitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Yaa’iin BRICS 16ffaan Raashiyaa magaalaa Kaazaanitti gaggeeffamaa jira.
Minsitirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Jilli Hoggantootaa…
Waltajjiin marii ajandaa walitti qabuu Naannoo Somaaleetti gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Komishiniin Marii Biyyaalessa Itiyoophiyaa waltajjii Ajandaa walitti qabuu Naannoo Somaaleetti Onkololeessa 4, 2017 irra eegalee gaggeessaa ture…
Poorchuulgaal damee barnootaan Itiyoophiyaa waliin tumsaan hojjechuuf fedhii qabaachuu ibsite
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) –Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan Ministira Dhimma Alaa fi tumsaa Poorchuugaal Nuunoo Saampaayyoo waliin mari’taniiru.…
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu hojilee misoomaa garagaraa godina Iluu Abbaa Boor…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu hojilee misoomaa garagaraa godina Iluu Abbaa Boor daawwachaa jira.…
Baatiwwan sadan darban Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaaf Birriin miiliyoonni 271 ol walitti…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Baatiwwan sadan darban Hidha Guddicha Haroomsa Itiyoophiyaaf Birriin miiliyoonni 271 ol walitti qabamuu Waajjirri Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa…
Daandiin qilleensichaa torbeen guyyaa 3 gara Moonirooviiyaatti balallii eegaluufi
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa torbeen guyyaa 3 gara Laayibeeriyaa magaalaa Moonirooviiyaatti balallii eegaluuf ta’uu beeksiise.
Sadaasa 21,…