Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiirra oolmaa Imaammaata nageenya Saayibeeriif qooda fudhattoonni gahee isaanii akka bahatan…
Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)-Imaammaata nageenyaa Saayibeerii biyyaalessa hojiirra oolchuuf qooda fudhatoonni gahee isaanii bahachuu akka qaban gaafatame.
Bulchiinsi Nageenyaa…
Bulchiinsi Magaalichaa Liizii Lafaa Heektaara 14.3 Caalbaasiif dhiyeessee
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2017 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Liizii lafaa Heektaara 14.3 Caalbaasiif dhiyeesseera.
Liiziin caalbaasii kun Onkololeessa 8-21, 2017 banaa taasisuu…
Boordichi kaffaltii tajaajila paatilee siyaasaa fooyyessuu beeksise
Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa galmee paartilee siyaasaa, beekkamtii guutuu fi fooyyessa sanadaa irratti hamma kaffaltii tajaajilaa…
Seenesssa dogoggoraa Oromoo ilaalchisee barreeffamaa turan sirreesuuf inistitiyuutichi hojjechaa…
Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Seenesssa dogoggoraa ummata Oromoo ilaalchisee barreeffamaa turan sirreesuuf Inistiitiyuutii Qo'annoo fi Qorannoo Oromoo xiyyeeffannaan hojjechaa…
Pirojektiin Bishaan dhugaatii Mayyuu Mulluqqee waggaa 24 tajaajilaaf qaqqabe
Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Godina Harargee Bahaa Pirojektiin bishaan dhugaatii qulqulluu Mayyuu Mulluqqee baasii Birrii Miiliyoona 380 oliin ijaarame tajaajila kennuu eegale.…
IMF walta’iinsa Itiyoophiyaa waliin qabu daran akka cimsu beeksise
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Dhaabbanni maallaqaa Addunyaa (IMF) dhimmoota guddinaa fi misooma waaraarratti walta’iinsa Itiyoophiyaa waliin qabu daran cimsee kan itti fufu ta’uu…
Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 37ffaa bara Fananjootaa 2029 gaggeeffamu akka…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 37ffaa bara Fananjootaa 2029 gaggeeffamu akka qopheessitu carraan akka…
Kantiibaa Adaanech balaa Ibiddaa naannawa Shammaa Taraatti mudateen qabeenyi barbadaa’uusaatti…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) –Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen balaa Ibiddaa naannawa Shammaa Taraatti mudateen qabeenyi barbadaa'uusaatti gadduu ibsaniiru.
Balaa…
Galmi Afrikaa haala ajaa’ibsiisaan haaromuu isaan Afrikaanoonni hundi baga gammaddan –…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Galmi Afrikaa haala ajaa'ibsiisaan haaromuu isaan Afrikaanoonni hundi baga gammaddan jedhan.
Gamoowwan,…
Balaa Ibiddaa Markaattoo Naannawaa Shammaa taraa jedhamutti mudate to’achuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Balaa Ibiddaa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaa Markaattoo Naannawaa Shammaa Taraa jedhamutti mudate to'achuuf hojjetamaa jiraachuu…