Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaa Naannoo Sidaamaa fi Harariitti kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Guyyaan yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaa Naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaa fi Harariitti kabajamaa jira.
Ayyaanichi naannoo Harariitti…
Biyyoonni garaagaraa guyyaa yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaa sababeeffachuun ergaa dabarsan
Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Embaasiiwwan biyyoota garaagaraa Itiyoophiyaatti argaman guyyaa yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Guyyaan Yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaan Embaasiiwwan Itiyoophiyaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Guyyaan Yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaan Embaasiiwwanii fi Qoonsilaawwan Itiyoophiyaa biyyoota adda addaatti argamanitti kabajamaa jira.…
Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Abaaboo kaa’aan
Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen guyyaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa sababeeffachuun Abaaboo kaa’aniiru.
Pireezidaantii Waldaa Gootoota…
Guyyaan Injifannoo Adwaa 129ffaan kabajamuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Guyyaan Injifannoo Adwaa 129ffaan Magaalaa Finfinnee Yaadannoo Injifannoo Adwaatti kabajamuu eegaleera.
Guyyichi mata duree 'Adwaa Injifannoo…
Giddugalichi Itiyoophiyaaf carraawwan haaraa kan uumuu fi madda qabeenyaa kan ta’uudha –…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Giddugalli Konveenshinii Idil Addunyaa Addis Itiyoophiyaaf carraawwan haaraa kan uumuu fi madda qabeenyaa kan ta'uudha jedhan Kantibaan Magaalaa…
Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Konveenshinii Idil Addunyaa Addis eebbisiisan
Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Konveenshinii Idil Addunyaa Addis eebbisiisaniiru.
Giddugalli Konveenshinii Idil Addunyaa…
Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa129ffaan boru kabajama
Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) –Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa129ffaan boru naannolee hundaa fi Bulchiinsa magaalotaatti sagantaalee garaagaraan kabajama.
Guyyichi mata duree…
Injifannoon Adwaa Faajjii gurraachotaa walqixxummaa namoomaa dhugoomsedha- Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Injifannoon Adwaa Faajjii gurraachotaa walqixxummaa namoomaa dhugoomsedha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan.…
Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Yaadannoo injifannoo Adwaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Yaadannoo injifannoo Adwaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.
Tajaajilichi ergaa isaan…