Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Galmichi galma qofa osoo hin taane mallattoo sagalee Afrikaati – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Abiy Ahimad Gamoo Dhaabbanni Tokkummaa Afrikaa Itti hunda’e haaromsi taasiifameef eebbisiisaniiru.
Gamoon kun bakka…
Dooktar Abiy Gamoo Dhaabbanni Tokkummaa Afrikaa Itti hunda’e haaromsi taasiifameef eebbisiisan
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Abiy Ahimad Gamoo seenaa qabeessa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Komishinii Diinagdee Afrikaa, Dhaabbanni Tokkummaa…
Lammiileen Itiyoophiyaa 370 Sa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Sa'uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan 370 har'a gara biyyaa deebi'aniiru.
Ebla 4, 2016 eegalee lammiileen kumni…
Hidhattoonni Godina Matakkal Aanaa Maanduraa keessa hidhannoon socho’aa turan gara nagaatti…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Hidhattoonni Naannoo Beenishaanguul Gumuz Godina Matakkal Aanaa Maanduraa keessa hidhannoon socho'aa turan gara nagaatti deebi'uu ibsame.…
Dooktar Abiy Ahimad tapha michummaa Kubbaa Miilaa CAF irratti hirmaatan
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad tapha michummaa Kubbaa Miilaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Istaadiyeemii Finfinneetti…
Waltajjiin Koree Hojii Raawwachiistuu CAF gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Waltajjiin Koree Hoji Raawwachiistuu Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti…
Abbooti Qabeenyaa kaappitaalaa Birrii biiliyoona 93 galmeessan eeyyama invastimantii…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti baatiiwwan sadan darban Abbootii qabeenyaa kuma 4 fi 3 ol kaappitaala Birrii biiliyoona 93 ol galmeessaniif eeyyamni Invastimantii…
Qajeelfama raawwii daballii Miindaa hojjettoota Mootummaa Haaraa irratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC)- Komishiniin Siviil Sarvisii qajeelfama raawwii daballii Miindaa hojjettoota Mootummaa Haaraa irratti qooda fudhattoota waliin marii gaggeesseera.…
Guyyoottaan kurnan itti aanaan keessa kutaaleen biyyattii tokko tokko Rooba salphaa hanga…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa haala qilleensaa guyyoottaan kurnan itti aananii naannawaa Rooba waqtii 2ffaa argatanii…
Gaazexeessaa Firaa’ol Taaddasaan du’aan addunyaa kanarraa boqote
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Gaazexeessaa OBN kan turan Firaa’ol Taaddasaa dhibee tasaan du’aan addunyaa kanarraa boqochuu ibsameera.
Gaazexeessaa Firaa'ol Taaddasaa Godina…