Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Tamsgeen Xurunaan Yaadannoo injifannoo Adwaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamsgeen Xurunaan Yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Jala…
Obbo Adam Faaraah Yaadannoo Injifannoo Adwaa 129ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii…
Sanadni waliigaltee nageenyaafi tasgabbii uummataa mirkaneessuu dandeessisu ragga’e
Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Yaa’ii Komishinaroota Poolisii Itiyoophiyaa 19ffaan Sanadni waliigaltee biyya waloon cimsuu fi nageenyaafi tasgabbii uummataa mirkaneessuu dandeessisu…
Injifannoon Adwaa miira hininjifatamuu gonfachiisuun qabsoo birmadummaa kan itti fufsiisedha-…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Injifannoon Adwaa miira hin injifatamuu gonfachiisuun qabsoo birmadummaa kan itti fufsiisedha jechuun Pireezidaantonni Naannolee garaagaraa ibsan.…
Injifannoon Adwaa miira waloo Seenessa Waloof bu’uura kaa’edha-Afyaa’ii Aganyahu Tashaagar
Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Injifannoon Adwaa miira waloo Seenessa Waloof bu’uura kaa’edha jedhan Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar.
Obbo Aganyahu…
Adeemsa Itiyoophiyaan miseensummaa DhDA’f taasistu kara faayidaa biyyaalessaa kabachiiseen ta’a-…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Adeemsa Itiyoophiyaan miseensummaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaaf taasistu kara faayidaa biyyaalessaa ishee kabachiiseen akka ta’uuf…
Yuunivarsiitiin Finfinnee Barattoota damee Fayyaan barsiisaa ture eebbisise
Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC )-Yuunivarsiitii Finfinneetti Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa Barattoota saayinsii fayyaan barsiisaa ture 197 eebbisiseera.
Eebbifamtoota keessaa…
Adwaan Duula nageenyaaf taasifameedha-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC )-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaadannoo Injifannoo Adwaa 129ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan.
Duula Adwaa dura…
Injifannoo Adwaa kan kabajnuuf duudhaalee injifannoo isaa damee misoomaa fi nageenyaan irra…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Guyyaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa kan kabajnuuf duudhaalee injifannoo isaa damee misoomaa fi nageenyaan irra deebi’uufi jedhan Ministirri Tajaajila…
Hidhi Haaromsaa Adwaa 2ffaa biyyattiin hiyyummaarratti injifannoo goonfatteedha jedhame
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Hidhi Guddichi Haaromsa Itiyoophiyaa Adwaa 2ffaa Itiyoophiyaan hiyyummaarratti Injifannoo goonfatte ta’uu Waajjirri Qindeessaa…