Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbileen Raashiyaa Itiyoophiyaatti damee inarjiirratti bobba’uu barbaadu-Vilaadmiir Putiin
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2017 (FBC)- Dhaabbileen Raashiyaa Itiyoophiyaatti damee inarjiirratti bobba’uu akka barbaadan Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin eeran.
Pireezidaanti…
Dooktar Abiy Ahimad raawwii dinagdee gooroo guyyoota 100 gamaaggamuu eegalan
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad miseensota Mana Maree Ministirootaa waliin guddina diinagdee gooroo fi raawwiiwwan ijoo guyyoota 100…
Itiyoophiyaan Miseensa Koree Hoji Raawwachiistu Komishinii Olaanaa Godaantoota DhMG taate
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2017 (FBC) –Itiyoophiyaan Miseensa Koree Hoji Raawwachistu Komishinii Olaanaa Godaantoota Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii ta’uun filatamte.
Dhaabbata…
Badhaadhina magaalaa keenyaaf boqonnaa malee saffisaan hojjachuu cimsinee itti fufna – Aadde…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2017 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen misooma Koriidarii ilaalchisee Hooggantoota paartii morkattootaa; jiraattota; bakka buutota…
Itiyoophiyaan biyyoota miseensa BRICS waliin damee Daldalaa fi Invastimantiin hojjechuuf qophiidha –…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan biyyoota miseensa BRICS waliin damee Daldalaa fi Invastimantiin hojjechuuf qophii ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Caasaan Bulchiinsa Addunyaa diinagdee guddataa jiruuf deebii akka ta’u dammaqinaan hojjechuu…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2017 (FBC)- Biyyoonni BRICS caasaan bulchiinsa Addunyaa diinagdee guddataa jiruuf deebii akka ta’uuf dammaqinaan hojjechuu qabna jedhan Ministirri Muummee FDRI…
Hojii to’annoo kontiroobaandii hojjetameen qabeenya biyyaa Birrii biiliyoona 2.8 baraaruun danda’ame…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2017 (FBC) – Kurmaana jalqabaa bara 2017 keessa hojii to’annoo kontiroobaandii hojjetameen qabeenya biyyaa Birrii biiliyoona 2.8 baraaruun danda’amuu Poolisiin…
Badhaadhina biyyaalessaaf Miseensonni Mana Maree gahee isaanii bahachuu qabu-Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2017 (FBC)-Badhaadhina biyyaalessaaf Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota gahee ijaarsaa bahachuu akka qaban Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Itti…
Dooktar Abiy Muudamoota garaagaraa kennan
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kennaniiru.
Haaluma kanaan:-
1.Dooktar Geediyoon Ximootiyoos Ministira…
Itiyoophiyaan damee nageenyaan dhaabbilee amansiisoo ijaarteetti jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan damee nageenyaa fi tasgabbiin dhaabbilee amansiisoo fi cimaa teeknooloojiin tumsame ijaaruu Ministiroonni Raayyaa Ittisa Afrikaa fi…