Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Af-yaa’ii Aganyahu Tashaagar Siimpooziyeemii fi Agarsiisa guyyaa Poolisii Itiyoophiyaa 116ffaa…
Finfinnee, Ebla 23, 2017(FMC) - Af-yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Aganyahu Tashaagar guyyaa Poolisii Itiyoophiyaa 116ffaa sababeeffachuun agarsiisaa fi siimpooziyamii Godambaa Saayinsiitti…
Kalaqnii fi Ogummaan ariitiin dabaalame carraa hojii itti fufiinsaan uumuuf murteessaadha-TKM
Finfinnee, Ebla 23, 2017 (FMC) –Kalaqnii fi ogummaan ariitiin dabaalame carraa hojii itti fufiinsaan uumuuf murteessaa ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.…
Qaamoleen haqaa tajaajila haqa qabeessa, si’ataa fi bu’aa qabeessa akka kennan…
Finfinnee, Ebla 23, 2017 (FMC) – Korri sagantaa sirna haqaa Magaalaa Shaggaritti qaamolee dhimmamtootaa hirmaachise taa'amaa jira.
Waltajjiin kora haqaa kun mata duree ''sirna…
Manni Maree Ministirootaa Murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Ebla 23, 2017 (FMC) –Manni Maree Ministiroota Walga’ii idilee 44ffaa har'a gaggeesseen dhimmoota garaagaraatti mari’achuun murtoowwan dabarseera.
1.Manni Marichaa deeggarsa…
Dooktar Abiy Ergaa Pireezidaantii Angoolaarraa ergameef fudhatan
Finfinnee, Ebla 23, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ergaa Pireezidaantii Angoolaa Juu'aawoo Maanu'eel Goonkaaleev Looreenchoo irra ergameef fudhachuu ibsan.…
Aanaa Waacaaleetti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 7 darbe
Finfinnee, Ebla 22, 2017 (FMC)- Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Waacaaleetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 7 darbuu ibsameera.
Balichi ganda Machallaa jedhamutti kan mudate yoo…
Qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojjetamaa jira- Piroofeesar Birhaanuu Naggaa
Finfinnee, Ebla 22, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan sadarkaa manneen barnootaa fooyyessuunii fi gahumsa barsiisotaa guddisuun qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojjechaa jiraachuu Ministirri…
Hojiin magaalaa Finfinnee jiraattotaaf mijattuu taasisuu cimee itti fufa- Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Ebla 22, 2017 (FMC)- Magaalaa Finfinnee bu’uuraalee misoomaa hir’atan guutuun hojiin jiraattotaaf mijjattuu taasisuu cimee kan itti fufu ta’uu Kantiibaan Bulchiinsa magaalaa…
Paarkii Bulbulaa misoomsuurratti hawaasni hirmaateera
Finfinnee, Ebla 22, 2017 (FMC)- Hojiin misoomaa Paarkii Bulbulaa wayita hojjetamaa turetti hawaasni dammaqinaan hirmaachuu Bulchiinsi Kutaa Magaalaa Boolee ibse.
Hojii Raawwachiistuun…
Manni Maree magaalichaa baajata dabalataa Birrii biiliyoona 11 ol raggaasise
Finfinnee, Ebla 22, 2017 (FMC)- Manni Maree Magaalaa Finfinnee baajata dabalataa Birrii biiliyoona 11fi miiliyoona 500 fi miiliyoona 56 fi kuma 900 fi kuma 99 sagalee guutuun raggaasiseera.…